Oduu Haaraya

Obboo Kaalid Bakar guyyaa har’aa Sadarkaa Idil-Addunyaatti International Champions Booksii injifate

Oduu Gammachiisaa!

Obbaleessi keenya Kaalid Bakar guyyaa har’aa Sadarkaa Idil-Addunyaatti International Champions irratti injifatee jira! Kaalid Bakar yeroo Injifannoo galmeessu hunda Alaabaa Oromoo Sadarkaa Idil-Addunyaatti miidiyaalee Addunyaa fuulduraatti mirmirsuun beekkama. Har’aas akkuma suuraa irratti argitan kanaan Alaabaa Oromoo Miidiyaalee Addunyaa fuulduraatti mirmirsee jira! Obbaleessa keenya Kaalid Bakar nu boonsitee Galatoomi! Caalatti dagaagi!

Oromoo Ilma keessanitti eeyba roobasaa!

Congratulations Kalid Bekar

Check Also

lalisaa fi qananiisaa

A House Divided: Ethiopian Runners Separated by Politics Face Off at London Marathon

Ethiopians may suffer from conflicting allegiances Sunday as two Ethiopian elite runners Feyisa Lelisa and Kenenisa …