Oromiyaa guddoo iznii gooytaatiin lafarratti gad dhaabna!!
Bilisummaa. com, Bilisummaa, info fii Oromoheritage.com tokkummaan Oromiyaa xiqqoo qilleensarratti jaaruuf……………
Oduu kutaa Booranaa fii dhimmaa kutaa Oromiyaa kana laallatu mara tartiibaan fuula kanatti tarrifna…hordofi…….
- Naannoo kutaa Booranaa keesatti haala deemaa jiru
- Arsiin Akkamitti Oolte Akkamitti Bulte
- Waayee Kutaa Booranaa maalfaa beeyta?
- Booranaa Kutaa Oromiyaa ka birootirraa waan addaa isii godhu maalfaa qabdi?
Qabxiilee as gubbaa fi jalatti ramadaman kanarraa isa beeytu obboleeyyan takkaa obbolaa kee kan kutaa biruu barsiisuun dirqama kee akka tahee beeytee marxifattee barsiisuutu sirraa eegama waan taheef maal eeyda ree……..tokkicha Booranaa takkitti Booranaa ! …obbolaa kee kan kutaalee birootiif waayee naannoo keetii fii haala jiruuf jireenya, gadadoo fii miidhaa cunqursaa gabroomsaan naannoo keetirratti oofaa jiru maal akka fakkaatu obbolaa kee kan kutaa birootiif hirii.!!………..KOPHAA TEESSEE HIN BOOYIN !! IYYADHUU IYYA DABARSI !! YOOS BILISUMMAAN KEE KALUUDHA!!
- Qubsuma Lafaa
- Qabeenya Uumaa
- Heddommina Namaa
- Haala Qilleensaa
- Oomishaa
- Barruumsa fii Manneen Barnootaa
- Tajaajila wal’aansaa
- Seenaa
- Aadaa
- Soora
- Aanaalee