Bulchiinsi Magaalaa Sulultaa weerara lafaa amantaa dawoo godhachuun raawwatamu irratti tarkaanfii malu kan fudhatu ta’uu ibse. Magaalichatti weerarri lafaa maqaa mana Amantaa Ortodoksiitiin raawwatamu itti …
Read More »Walgayii adda bilisummaa Oromoo
Failure to Deliver: The Journey of the Oromo Liberation Front in the Last Two Decades
Jawaar Mohamed By writing this article, I understand that I am touching on one of the most closely guarded taboos, the untouchability of the OLF. …
Read More »Haalli qilleensaa magaalaa Finfinneetti uumame balalii xayyaaraa gufachiisuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 Haalli qilleensaa magaalaa Finfinnee hurriin haguugamuu isaatiin balaliin xiyyaaraa harkifachuu Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa beeksise. Daandichi harkifannaafi dhamaatii uumameef dhiifama gaafateera. Maamiltoonnis …
Read More »“Dubbiin Hangaasaa Ibraahim darbate bakakkaadha”
“Bakka namni du’aa jirutti biqiltuu dhaabna akka reeffi gaaddisa qabaatuuf. “
Tuniis baasa! Kana kan jedhe muummee ministeera Toophiyaa Abiyyi Ahmad! “Mootummaa sagalee ummataatiin Dimokiraasiin dhufe humni kamuu waraqaa fi sirbaan diiguu hin danda’u!! Inni hin …
Read More »Hangaasaa: Ka WBO dheessaa jiru mootummaadha malee shaneemiti
Ajjeechaawwan jumlaa tibbana godinaalee Wallaggaatti dhalattoota saba Amaaraa irratti kan raawwate humnoota mootummaa ta’uu miseensi paarlaamaa Hangaasaa Ibraahim himan. Ajjeechaaawwan tibbana godinaalee Wallaggaa keessatti raawwataman …
Read More »The ongoing massacre of civilians in Oromia is deliberately planned and executed by top officials of the ruling regime.
Heenok Gabbisaa Member of Parliament (MP) and a ranking member of the ruling regime disclosed today that the ongoing massacre of civilians in Oromia is …
Read More »Ustaaz Kamaal Heeboo ni ajjeefame malee hin wareegamne
Ustaaz Kamaal Heeboo ni ajjeefame ni wareegame? Dhimma oowwaa fii falmisiisaa moora Oromoo jeeqa jiru tahe. Dhugaan isaa yeroo gabaabdutti ifa baafna jedhu warri waan …
Read More »Ustaaz Kamaal Heeboo wareegame jedhu
Innaalillahi wa’innaa ileeyhi raaji’uun Rabbiin Jaannataan sihaa qaniinisu goota Sabaa. Diinni uummata Oromoo bilxiginnaan Jaal Kamaaliin aj*jeesuu dadhabnaan “Ni ajjeesame” jechuun kan gaddite fakeessuun titisota …
Read More »