Oduu Oromiyaa | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Oduu Oromiyaa

Qaajjibboo Nafxanyaa Afaan Oromoo dubbattuun ”mootummaa kiyya” jedhanii waamuun ofumaan of salphisuu dha

boruu barraaqaa

Boruu barraaqaatiin Murni ergamtuu Nafxanyaa Oromiyaa irratti fe’amte kan ‘Mootummaa Oromiyaa’ ofiin jettu Oromoos tahee Oromiyaa bakka hin buutu. Oromoon yeroo ammaatti mootummaa koo kan …

Read More »

Aministii Intarnaashinaal: ‘Humnoonni mootummaa lammilee nagaa ajjeesuufi mirgoota namoomaa sarbuu ragaa qabatamaan qaba’

amnistii

BBC Afaan Oromoo Ajjeechaa humni nageenyaa Itoophiyaa Oromiyaa keessatti bara 2019 keessa raawwataa ture keessaa ‘nama sababa bilbilli isaa iyyeef qofa itti dhukaafamee ajjeefamuun’ taatee …

Read More »