Dimshaashatti dhaabni keenna ABOn tokkummaan dhugaa (tokkummaa haqaa) dhaabotii Oromo yookaan humnoota siyaasaa Oromoo jiddutti tolfamu kamuu ni deeggara, ni tin’isa. Tokkummaan sabni keenya …
Read More »Walii Galtee Hoogantoonni Qabsoo Oromoo Mooraa Qabsoo Oromoo Humneessuu fi Tokko taasisuu Irratti Taasisan Ilaalchisee, Ibsa Koree Sochii Fincila Oromoo (KSFO) Irraa Kenname.
Adeemsi qabsoo bilisummaaf taasifamu bu’aa ba’iiwwan jajjabaa fi hadhaahaa kan qabu yoo ta’u; bu’aa ba’iiwwan kanneen keessaas, yaadaan wal dhabuu qabsaa’otaa, addatti hoogantoota gidduutti …
Read More »R.D.H: Yeroon ummanni Oromoo bilisummaa isaatiif fincilu amma!!
https://youtu.be/QTmxw3aUFO0
Read More »Filmaata bara 2015 IHWEHAT/IHADEG mara injifate jedha..
Filannoo dhaa booda ibsa hoogganoonni Medrek gaazzexeessotaaf kennan
Ethiopia soldiers invade Kenyan village, rough up locals
(standardmedia) More than 30 heavily armed Ethiopian soldiers invaded Lataka village in Sololo on Tuesday morning and allegedly roughed up locals. The soldiers also allegedly …
Read More »Mootummaan Korojoo Filannoo Saametti Akka Taajjabdoonni Mallatteessan Humnaan Dirqsiisa, Jedhu Mormitoonni
Tokkummaa Jaarmayoolee fi Gurmuulee ABO
Bilisummaa fi Abbaa Biyyummaa Oromoo Dhugoomsuuf Tokkummaan Dhaabbilee Siyaasa Oromoo Murteessaa dha. Qabsoon hadhooftuu bara dheeraa dhaloota irraa dhalootatti darbaa turte, wareegama qaqqaalii gaafatus , …
Read More »Nu hateera, nu yaateera…
Maddi. Raadiyoo Daandii Haqaatiin Qeeron kaate Lafaa Nu hateera.. Nu Nyaatera.. Nu Qorqeera.. Nu Saamera.. Nu gahaa…..Wogaa 24 issa baaneeraa Gabrumaan haa dhaabatu Biliysumaa barbaana .. …
Read More »“Yoo bakka Korojoo kanatti na ajjeeftan anaaf maqaa dha isiniif garuu salphina bara baraati..
Seenaa Abdissa Wanti ta’e kun Godina Shawaa Kibba Lixaa Wallisoo bakka Dilallaa jedhamutti dha.Dubbiin akkas taate.Magaalaa kana keessatti Taajjabdoonni Afur kan ramadaman yoo ta’u isaan …
Read More »