=============================== “Kunoo amma Amboorraa deebi’uu kooti.Deggarsaa keessanif galatoomaa.Ergaa uummataa keenyaa bilisummaa dhugaa akka barbaaddatu daddammaqsinee haalaa seenaa qabun xummurreerraa.Namootaa miliyoonaan lakkaawwaman keessaattu dhalootaa haaran kun …
Read More »Filannoo wayyaanee jeeqamuun filannoon osoo hin geggeeffamin hafuun dhaga’amaa jira.
QEERROO: Guyyaa Har’aa Naannowaan Mooraa Yuuniversitii Finfinnee Humna Waraana Wayyaaneen Marfamee Jira
Torbeewwan kana mootummaan Wayyaanee haala isa mudatee jiru keessatti sodaachuu irraan daandiiwwan irratti konkolaataa dhaabee sakattaaisuu gabaasuun kenya ni yaadatama, haaluma kanaan har’ammoo mooraan barnootaa …
Read More »Waamichaa: Deeggartootaa KFO Hundaaf
Akkumaa agartanitti mootummaan abbaa hirree wayyaaneen Seeraa mataa isaati baasee kootta naan dorgomaa jedhee itti nu waamee cabsee tuffii hawaasa Oromootif qabu nu agarsiiseraa. Gochaan. …
Read More »Ilaamn Oromoo Nagaan Afur Rasaasaan Rukutaman
Qophii Addaa Ka Guyyaa Filannoo Biyyoolessaa Itiyoophiyaa
Barattoonni Yunversiitii gara garaa akka sagalee hin kennine ugguraman jedhu
Dhimma Filannoon wal qabatee Guutummaa Oromiyaa keessatti Mootummaa fi Uummata gidduutti rakkoon uumamaa jira jedhu. Akkasumas Barattoota Oromoo Yunversiitii irra jiran sababa Garaa garaatiin akka …
Read More »Wonbadeen Hin Dhiiftuu..!
Facebook Hamoommota taanee Bara maraa yaana Gaafa guyyaan geette Taphaan ala taana! Wonbadeen hin dhiiftuu Tan bosona yaate Dimokiraasi jedhaa Lafarraa nu haaddee Yaa lammii …
Read More »Oromo: A blessed nation confronted with paradoxes
Leenjiso Horo May 2015 The Oromo are a blessed nation. They are blessed with huge population, vast country, abundant natural resources, rich environment and productive …
Read More »Ethiopia: Onslaught on human rights ahead of elections
(amnesty.org) The run-up to Ethiopia’s elections on Sunday has been marred by gross, systematic and wide-spread violations of ordinary Ethiopians’ human rights, says Amnesty International. …
Read More »