Oduu Oromiyaa | Bilisummaa.com Oromia Shall Be Free. Dhimma Sabaa
Oduu Haaraya

Oduu Oromiyaa

Jeneraal Kinfee Daanyew fi M/Jeneraal Teklebirhaan Waldaaregaay Poolosii Federaalaan To’annoo Jala Oolan.

kinfe daanya

https://www.facebook.com/EBCzena/videos/287087531935756/   Hoogganaan Koorporeeshinii Injinariingii fi Sibiilaa (METEC) M/Jeneraal Kinfee Daanyew fi Daarekterri INSA duraanii M/Jeneraal Teklebirhaan Waldaaregaay karaa daangaa Sudaan miliquif osoo jedhanii Poolisii …

Read More »

Gareen tokko ka’ee olola feesbuukiitiin “sartifikeetii Oromummaa” namaaf kennuus ta’e namarraa mulquuf aangoo hinqabu

addisuu areggaa

Addisu Aregga (Gareeb maqaa qabsootiin bara 28 Asmaraarra kora guddaa, kora xiqqaa, guyyaa WBO jechuun hawaasa Oromoo diigaa baate yeroo ammaa biyya keessatti dargaa qindeessite …

Read More »