Hiriira Dargagoo Oromo Afrikaa Kibbaa- OLF – Change Group
GUYYAA HAR’AA OROMOONNI AFRIKAA KIBBAA JIRAATAN SABAA FI SAB-LAMMOOTA ETIYOOPHIYAA WAJJIIN TA’UUDHAAN HIRIIRA NAGAHAA UN IRRATTI BAHUUN, SAGALEE HO’AADHAAN FALMII MOOTUMMAA WAYYAANEE IRRATTI GEEGGESSEERA!Sabaa fi sab-lammoonni …
Read More »Balaa Wayyaaneen Oromoorratti aaggatte ifirraa eewaluuf
Yaada: 1. Namni Oromoo bakka jirurraa xalayaa balaaleeyfannoo barreesuu. Gara: Un Human Rights Office, Amnesty International, EU, Human Rights watch. Us foreign Secretary, Us President …
Read More »VOA; Balaa Anniyya, Jaarsoo fii Mi’eeysorratti wayyaneedhaan baname
Waraannii naannoo Soomalii, Oromoo daangaa Soomaletti dhihaattu ammaas weeyrare, namni kumaan lakkaawamu balaa haarayaaf Saaxilaman.
Read More »Oduu lola naannoo Anniyyaa
Waraanni Ogaden kani Wayyaaneen Liyyuu Poolis jettuu Oromoo Gammoojjii Anniyyaa weeyrare. Oduun naannoo Qumbii qubsuma Oromoo Anniyyaatii baatu akka mirkaneeysitutti, hidhattoonni Liyyuu Poolis kani Wayyaneen …
Read More »Ethiopia: Loss of Lives and Displacement Due to “Border Dispute” in Eastern Ethiopia
HRLHA UrgentAction May 7, 2013 The Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) would like to express its deep concern over the negligence …
Read More »Gocha suukanneesa Wayyaaneen Oromoota irratti raawachaa jirtu
Kora Adda bilisummaa oromo G/Kamaal Galchuu tiin hoogganamu Godinaa Awropaa kan baraa 2013
Miseensoonni fi Deeggartoonni ABO Kora Godinaa Awroppaa waggaa kanaa bakki itti tahuu Magaalaa Muenchen Biyyaa Germany tti. Addi bilisummaa Oromo ABOn Birgedara G/Kamal Galchuu tin …
Read More »