Magaala Bern, Switzerland keessa tti sabboontonni Oromoo gaafa 13.04.2013 Guyyaa Gootota Oromoo 2013 yaadatanii oolaniiru. Guyyaa kana qabsaawota Ooromoo mirga uummata Oromoo fi Bilisummaa Oromiyaaf …
Read More »Guyyaan Gootota Oromoo Oromiyaa keessatti uummata oromoon qophiilee garaa garaan kabajame
IBSA DHAABA ULFO/THBO IRRAA KENNEME
TOKKUMMAA HUMNOOTA BILISUMMAA OROMIYAA (THBO) UNITED LIBERATION FORCES OF OROMIA (ULFO) Guyyaa: Caamsa 10/04/2013 BILISUMMAA UMMATAATIIF FI WALAABUMMAA OROMIYAATIIF KAN QABSAAWU HOGGANNI DHAABAA ULFO/THBO …
Read More »Gaafii fi deebisaa Radio Addis dimts waliin Dubbataa Dhaaba ABO Kamaal Galchuu waliin guyyaa 13/04/2013 tti geggeeyfame
Dubbataa ABO – Jijjiiramaa Obbo Temam Baatii ODF yaada/mul’ata nuti ji’a 15 dura ummataaf labsine ka qilleensi dhahe aduun itti baahee gurra ummataa jiruun yaada/mul’ata …
Read More »IBSA IJJANNOO GORMUU QABSA’OTA OROMOO IRRAA
Obbo Kaasaa Taddasaa guyyaa kalleessaa Ebla 13, 2013 bakka firoonni fi maatiin isaanii argamanitti awwalamaniiru.
Waxabajjii 1955 – Ebla 2013 Obbo Kaasaa Taddasaa abbaa isanii B/Jeneral Taddasaa Birruu fi haadha isanii addee waarqiababaa G/Madiin irraa Waxabajjii 19,1955 magalaa Finfinnee keessaatti dhalatan. …
Read More »Radio Marii: Walgahii ODF DCti gaggeeffate irratti
Radion Marii tamsaasa isaa ammaa kana keessatti Walgahii ODF Washington DC keessatti hawaasa Oromoo waliin gaggeesse qabatee dhihaatera. Walgahiin ODF DC keessatti gaggeesse kun gaaffilee …
Read More »Manni hidhaa sa’udi Afaan Oromoo nama barsiisaa jira baayyina yeroo ummanni achi kheysatti hidhamu irra
Ambar,ambar jechuun jecha afaan ingliffaa irra fudhatame tahee namber jechuudha, haa tahuu malee ambarri mana hidhaa kheysa isa tokko. Tan ambaraa rabbumatti dhiisu kheysaafu nama …
Read More »SBS: Interview with Dr. Dima Nogo, Vice-President of ODF, on the Role of ODF in Ethiopian Politics
Dr. Dima Negewo, Vice President of the Oromo Democratic Front (ODF) talks about the establishment of the organization and the role of ODF in Ethiopia …
Read More »Ibsa dhaaba ULFO/THBO irraa kenname.
Bilisummaa Ummataa fii Walabbummaa Oromiyaatiif kan Qabsaawu Hogganni dhaaba ULFO/THBO haarayni, jiddu galeeysa hoggana qabsoo biyya Ambaa hin godhatu. Falmaan abbaa biyyummaa oromiyaa jiddu galeeysa …
Read More »