Beelaa fi hongeen ummata keenya Booranaa miidhaa jiru kun siyaasaaf haala ooluuf jedhutu mul’ataa jira. Warri mirga Oromoo dura dhaabbatullee ”nutu caalaa lubbuu Oromoo baraaruuf …
Read More »“Oromoon waliif obsuu qaba, Inni darbe gahaadha, amma mariin fixachuu qabna” jedhu.
Turtii Barruu Addis Standard waliin taasisan irratti dhimma waraana Oromiyaa kan gaafataman Koloneel Gammachuun, “Oromoon waliif obsuu qaba, inni darbe gahaadha, amma mariin fixachuu qabna” …
Read More »Waamichi araara PP naannoo Oromiyaatti afeerte yaamicha onneerraa dhufeemiti.
Shiftoonni Abiyyi qubse magaalaa Finfinneetti jeequmsa kaasuun poolisootarratti miidhaa dhaqqabsiisan
Maddi; BBC afaan Oromoo Finfinneetti jeequmsa ka’een miseensoota poolisii 19 irra miidhaan gaheHookkara magaalaa Finfinnee fi daangaa Godina Addaa Oromiyaatti mudateen miseensota poolisii 19 irra …
Read More »Xiinxala siyaasaa madaala kaasu, maali malli saa?
Gochaa arr’a Taakkalee Uumaarratti tahe kanarraa kaadreen PP waa baratti laataa?
Kashlabboonni amaara dhala Oromoo (Taakkalee Uumaa) DC keessatti akkasitti xiqqeessuu isaanii ijaan arguun onnee nama cabsa. Kanneen aangotti fayyadamyanii ummata fi saba isaanii ka irraa …
Read More »Ameerikaan nama Ispoonsaran baqata gara biyya Ameerika fiduuf balbala bante
USA Welcome Corps Program Tibbana Ameerikaan sagantaa godaansaa / Immigration Program/ tokko ifoomsitee jirti. Sagantaan kunis baasii amma dura Mootummaan Ameerikaa baqatttoota simachuudhaaf baasu kan …
Read More »Attack on Civilians in Wollo Oromia Special Zone
Tensions in the Wollo Oromia Special Zone (located in the Amhara Region, Ethiopia) have flared, with reports that Amhara regional forces and Fano militia opened …
Read More »Civilians killed, villages burnt in latest violence in restive Oromo special zone, neighboring North Shewa zone in Amhara region; federal forces deployed
Map showing part of the locations where the latest violence is ongoing Addis Abeba – Residents say dozens of civilians are killed in a renewed violence …
Read More »Witnesses say latest ethnic clashes in Ethiopia kill dozens
NAIROBI, Kenya — Witnesses allege that several dozen civilians and fighters have been killed in the latest clashes between Oromo and Amhara ethnic groups in central Ethiopia. …
Read More »