Oduu Oromiyaa | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Oduu Oromiyaa

Wixineen Labsii Keeyyata 49(5) hiikuuf qophaaye dantaa Oromiyaan Finfinnee irrraa qabdu kan dhabamsiisu malee kan eegsisu miti

jawaar mohamed1

  ( Ani hanqina wixinee kana airratti qabxiilee muraasa kaaseera. Ogeeyyonni seeraa keenyas sirritti xiinxalaatii ummata hubachiisaa maaloo) Qorannoo ka’uumsaa ( Concept Paper) dhimma dantaa …

Read More »

ABO Kutaa Iskaandineeviyaa (Scandinavia) fi konyaan ABO Oslo waliin ta’uun kabajan Guyyaa Gootota Oromoo  Ebla 29, 2017 magaalaa Oslo itti qopheessee jira.    

elemo2017

Kabaja Guyyaa Goototaa Oromoo, qabsoo ABO gaggeefamaa jiruu fi marii hawaasaaf qopha’ee  irratti Oromoo Scandinavia keessa jiratan hundi akka irratti hirmaatu waamicha keenya kabajaa fi …

Read More »