Oduu Oromiyaa - Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Oduu Oromiyaa

(Garee ABO Galaasaa Dilboo) ****** Waamicha Walgahii ****** Oromoota UK keessaa jiraattan Maraaf 

abo galaasaa

======================================== Ummatni Oromoo Abbaa Biyyummaa isaa deebisee gonfachuuf qabsoo hadhooftuu geggeeffataa jiraachuun ifa dha. Kaayyoo xaliila ta’e  kana qabatee ummata qabsoo isaa finiinsaa jiru cina …

Read More »