Waan ABO Keenyaa Hawi Anole ~ Hag/2017 ———————— Uummanni Oromoo Uummatoota Afrikaa keessatti garmalee cunqurfaman keessaa Adda durummaadhaan kan eeramuudha. Mootummoonni yeroo garagaraatti biyya Itiyoophiyaa …
Read More »Daangaa Oromiyaa: Heera fi hojmaata
Barreessan: Betru Dibaba ___________________________________ Oromiyaan yeroo Heerri Mootummaa Federaalaa Hagayya 15, 1987 hojii irra oole irraa jalqabee Naannoo fi miseensa Federaalawa Itoophiyaa ta’uun caaseffamtee jirti; keewwata …
Read More »Jaal Dawud Ibsaa Hayyu-Duree (HD) GS-ABO, Jaal Araarsoo Biqilaa Itti Aaanaa Hayyu-Duree (I/A-HD) GS-ABO taasisuudhaan filate.
LABSA KORA SABAA 4ffaa ADDA BILISUMMAA OROMOO Hagayya 30, 2017 | Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) Addi Bilisummaa Oromoo Kora Sabaa 4ffaa bakka hirmaattotni bakka bu’oota …
Read More »Salphina garee maqaa qabsootiin nagadaa baate caqasi!
Weera har’a Liyyu Poolisiin Wayyaanee Mi’eessotti banteen ilmaan Oromoo daangaa biyyaa tiiksuuf dirmatanii wareegaman nama saddeet gahanii jiran.
Isaanis: 1) Maammee Huseen 2) Yaassin Yuusufaa yaasiin yuusufaa 3) Haaji Ahmadoo Badhaasoo 4) Alii Shunaa 5) Usmaan Muummee Baadhasoo 6) Ahmad Uttoo 7) Musxafaa …
Read More »Du’a “TASA” Jettani?: walaloo Qeeyroo Oromiyaa (Hagayya 29, 2017)
Remembering Victims of the October 2, 2016 Irreecha Massacre in Bishoftu Commemoration Event – Washington, DC October 1, 2017
Board members of the Macha and Tulama Association have been asked by the Oromia Support Group (OSG) to organize a commemoration of the victims …
Read More »Ethiopian PM, others summoned by court as witnesses in terrorism trial
Ethiopian Prime Minister Hailemeriam Desalegn and two other government officials have been summoned by a federal high court to serve as witnesses in the ongoing …
Read More »Gabaa Lagachuun Oromiyaa Itti Fufee Jira Daldaltoonn Immoo Hidhamaa Jiru
Walaloo obbo BAQQALAA GARBAA mana hidhaarraa
Daandiin keenya qoreen guutee Duugdi keenya ulee quuftee Abdiin osoo hin dhalatin Ifa hin argin Nurkaa duute. Haata’uyyuu malee ni deemnaa hin dhaabbannu Miilli nu …
Read More »