Gaafiif Deebii Perez. Isaayyaas Afawarqii Ilaalchisee Turtii obbo Leencoo Lataa Waliin
Marii Hoggantoota Adda Bilisummaa Oromoo Ummata UK LONDON waliin Amajjii 8 2017 kutaa 2ffaa
Dr. Mararaa Guddinaa Har’a Iddoo Lamatti Dhimmi Isaanii Ilaalamee Jira
Dr. Mararaa Guddinaa WAASHINGITAN, DIISII — VOAMana murtii olaanaa kan Lidataa duratti har’a kan dhiyaate fi galmee Dr. Mararaa Guddinaa jalatti mootummaa garagalchuuf shiran, hojjatan …
Read More »Labsiin Yeeroo Hatattamaa Itiyoophiyaa Dheeressamuun Maal Jechuu Dha?
VOA Labsiin Yeeroo Hatattamaa Itiyoophiyaa Dheeressamuun Maal Jechuu Dha? Kana irratti ka biyya Briteen jiru, Kiil Yunivarsitii irraa hayyuu seeraa, Dr. Awwal Aloo, ka kutaa …
Read More »Professor Asefa Jaalataa is accusing others ( his former peers) for very same thing he is doing himself instead of re-evaluating his own political propaganda campaign action..
I use to think Professor Asefa Jaalataa and a few others in Diaspora at different scholarly level. Now after Observing their actions behind the scenes …
Read More »Waamicha Kora Uummataa Gurmuu Deeggarsa KFO irraa
Yaadachiisa obboleeyyan keenya kan Sa’uudii keessa jirtaan hundaaf!!
Dejane Gutama irraa Akkuma beekamu Mootummaan Sa’uudii dhiyeenya kana lammiiwwan biyyoota addaa addaa irra karaa seeraan alaatiin Sa’uudii seenan fi hayyama jireenyaa hin qabne …
Read More »Yaa’iin Hoggansa Oromoo akkam ture? Maalin gadi bahe?
Gaafilee jedhaniin inbox kiyya guutaa turtan. Yaroodhaan akka isiniif hin deebifneef cabbiifi dirsaan naannawa Baha Ameerikaa haguugee qabe karoora imala keenyaa waan waliin dhaheefi. …
Read More »Uggurri Labsii Yeroo Hatattamaa Hangi Tokko Kaafameera: Ministrii Ittisaa Siraaj Fageessaa
Obbo Siraaj Fageessaa WAASHINGITAN, DIISII — VOA Afaan OromooUgguraawwan kaafaman keessaa tokko caasaa dinagdee, bu’uura misoomaa, waaltaalee investmentii, misooma qonnaa fi naannolee warshalleen keessa jiraatan …
Read More »