Motumman Ethiopia ummata nagaa mana itti diiga nagaan bahee akka hin jiraanne gochaa jira. Mootummaan abbaa irree kun ji’a tokko keessatti magaala Finfinne keessati ummatoota …
Read More »Walitti-bu’insa Harargee Bahaa, Magaalaa Awwadaay Keessaa Ka’een Namoota Ja’a tu Ajjeesame, Jedhu Jiraattonni. Hospitaalli Immoo Du’a Namoota Afurii Mirkaneesse
Jaallannee Gammadaa Afaan Oromoo Amharic Awwadaay, Oromiyaa WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godinaa Harargee Bahaa magalaa Awadaay keesssatti har’a suqiin bilbila harkaa ykn Moobaayiilaa itti …
Read More »Oromo TV: Seenaa Alaaba Oromoo by Jafar Ali
https://youtu.be/EvUkgZRDosw
Read More »OMN:Oduu Wax.28,2016 Godina Shawaa lixaa aanaalee hedduu keessatti
loltoonni mootummaa sakkata’iinsaa fi reebicha hamaa geggeessa jiraachuu jiraattoonni dubbatan. Akka jiraattoonni himanitti, loltoonni kun baadiyaalee hunda keessa naannayuun shammarranii fi dubartoota Oromoo gudeeduu itti …
Read More »Godina Hararghee lixaa aanaa Hawwii Guddina keessatti poolisoonni Liyyuu Hayil ja’amu nama sadii ajjeese jedhu
#Oromoprotests Godina Arsii lixaa Magaala Asaasaa keessatti, guyyaa har’aa Mormiin cimaan gaggeefama jira
Namoonni 4 kan eenyummaan isaanii hin beekamne Masjiida Al Hikam kan dhiheenya kana eebbifame keessatti Qabaman. eega qabamanii booda yoo sakatta’aman, sibiila qara qabu kan …
Read More »re Ethiopia’s Oromo being violently repressed? – UpFront
Dhiiga ilmaan Oromoo jigsaa dachii Oromiyaatirra bilisaan bashannanuun gonkumaa hin hayyamamu.
#OromoProtests AKEEKKACHIISA Poolisii Oromiyaatifi Bulchiinsa Godina Harargee Bahaatiif Poolisiin Getachew Membere jedhamu intala Oromoo Sabriina Abdallaa jedhamtu magaalaa Calanqoo keessatti kaleessa galgala ajjeesuu isaan ragaan …
Read More »