Oduu Haaraya

Oduu Oromiyaa

Magaazinni Kuufama Meeshaa Wayyaanotaa Goorootti Argamu Guutummatti Barbadaaye

gooroo

‪#‎DaayimtuuFINFINNEEoromiyaa‬ irra ‪#‎ganama‬ kana ‪#‎oromoprotests‬ Breaking news Gabaasa Qeerroo Finfinnee, Caamsaa 31, 2016 Magaazinni Kuufama Meeshaa Wayyaanotaa Goorootti Argamu Guutummatti Barbadaaye Gabaasa Qeerroo Finfinnee, Caamsaa

Read More »

Barattootni hunduu qormaati darbeera jettanii barruulee keessan boraafattanii akka hin ciisne

beekan guulamaa 3

‪#‎OromoProtests‬ Via Beekan Gulummaa Irranaa Yoosef hambaa Tolaatiin DUBBISAA WALIIF RAABSAA! Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa fudhachuuf kaadhimamtanii jirtan hundaaf: Tokkummaan kaanee ilkaan wayyaanotaa waan …

Read More »

Qormaata Kutaa 12 Itoophiyaa Ka baranaa hatani interneetii irratti baasanii jennaan hambisan. Eennutti, maaniif hate?

ministeera barnootaa

Qormaaa kutaa 12 ka baranaa hardha jalqaban ya hambisan (9:34) 02:56/9:34 Xurree marsariitii Taphachisi Waan qormaata kutaa 12 baranaa dhiyoo tanaayyuu woma hedduu jechuutti jiran.Namu …

Read More »