KEESSUMMAAN IJA JABEESSI ABBAA MANAATIIN GAD DEEBI’I JATTI!!
(Dubbisaa xumuraa Waliif hiraa ilmaan firaa) (Saphaloo Kadiir irraa) #OromoProtests Waan tahu tokko yeroo baayyee tahuu isaa eega beekne booda maaliif akka tahu beekuun abshaalummaadha. …
Read More »Namoota hubannoo siyaasaa gahaa hin qabneef, wantoota ifa ta’uufii qaban jedhee yaadu keessaa: Hiriira bahuun nu bilisoomsuu danda’aa?
“SHARE” godhaa Tarsiimoon, barnoonni bilisummaa booda (BBB) jettu qabsoo keenyaaf barbaachisaa? Gaggabaabsee gaafiilee lamaan kana hiikuu barbaada. Akka barruulee warra dhimma qabsoo karaa nagaa (Nonviolent …
Read More »Dr. Mararaa Guddinaa: Hidhaa fi Ajjeechaan Furmaata Hin Ta’u, Qabsoo Uummataas Boodatti Hin Deebisu
“Maaster Pilaaniin Finfinnee akka waan hin raggaasisamiinitti aangawoonni mootummaa dubbatan iyyuu karaa adda addaa hojii irra oolfamaa jira. Labsiin fooyyaa’ina bulchiinsa magaalaalee Oromiyaa Caffee Oromiyaatiin …
Read More »Oromo TV: Gaafii fi Deebii Atoomsaa Kumsaa waliin
https://youtu.be/pVz7aFhntjo
Read More »Waamicha Qeerroo Bilisummaa Oromoo Hojjettoota Mootummaaf
Qeerroon Bilisummaa Oromoo Ilmaan Oromoo Mooraa Mootummaa Wayyaanee Sadarkaa Garaagaraa Keessatti Argaman Hundaaf Waamichaa Fincila Xumura Gabrummaa(FXG) Gaggeeffama Jirutti Akka Makamaaniif Waamicha Xumuraa Dhiheesse. Gurraandhala …
Read More »Ethiopia: Govt Should Stop Killing, Maiming and Incarcerating Its People’s Question
EDITORIAL It is happening again, sadly. The government in Ethiopia is back to its signature of killing, maiming and jailing its own people because they …
Read More »Oromo TV: Gaafii fi Deebii Dr. Asaffaa T Dibaabaa waliin
https://youtu.be/ocT4cCAMMcU
Read More »Oromiyaa; Gubbaa Qorichaa
#OromoProtests yeroo ummanni Gubbaa Qorichaa ( harargee Lixaa) ofiifuu beelaan dhumaa jiru kanatti,ayyoonni achii nyaata bifa kanaan Agaaziif akka fidan dirqisiifamaa jiran.
Read More »Muktaar Kadiir, Pirazidantiin Oromiyaa eessaafi haala akkamii keessa jira?
Oduun deddeemtu akka jettutti dhibamee biyya alaa jira. Biyya alaa kam? Suud Arabiyaa, Thailand,Belgium fi Frankfurt ( Germany) bakkota deddeebi’anii maqaan dhayamuu keessayi. Garuu maatii …
Read More »