Adam Tukkaale Alii Kan dhalate godina Hararghee bahaa aanaa Cinaaqsan, ganda Mullisaa Igguutti yoo tahu, warra gootota dhalchuun beekamuu, goota ilma Jaarsoo Dagaa Qallooti. Mullis …
Read More »Dhimmi qubee ‘k’ fi ‘kh’ falmisiisaa tahe
Afaan Oromoo keessatti qubeen dachaa dabalataa ni barbaachisaa? Wanti irraa hir’atu hoo jiraachuu malaa? Yoo tahes, adeemsi isaa akkam tahuu qaba? Inistitiyuutii Qo’annoofi Qorannoo Oromootti …
Read More »Galmee seenaa: DANDEETTII IJOOLLEEN OROMIYAA WAA DUBBISUUF QABDU
Jawaar Siraaj Muhammad / Hagayya, 2011 Barnoonni, hawaasa kamiifuu bu’ura guddinaati. Hireen barnootaatis mirga namoomaa kan bu’uraa waan taateef namayyuu hiree tana argachuu qaba. Ija …
Read More »Gaachana Sirnaa: Sirna Gadaa Deebisuu Moo Biltsiginnaa Aangoorratti Tiksuu?
Faaydaa qaccee/qaaraa
Gogaan qaama keenyaa akka dafee walitti hin butamnee fi dulluma yeroo malee nurraa ittisa Qaccee/qaaraa Dhiibbaa dhiiga to’achuufDhukkubi Onnee Nurra ittisuufUlfaatina qaama kenyaa sirressufDhukkubbi akka …
Read More »Manni barumsa qaro dhabeeyyii Baha Oromiyaa tana hin jiruu?
WAAN QALBII NAMA CABSU Yoo jiraachuu baate qaamni dhimmi kun ilaallatu maaliif haala mijjeeysee joollee tana akka baratan godhuu dhabe? “Ijoolleen kun ilmaan Jaarsoo Dagaa …
Read More »Haalli qilleensaa magaalaa Finfinneetti uumame balalii xayyaaraa gufachiisuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 Haalli qilleensaa magaalaa Finfinnee hurriin haguugamuu isaatiin balaliin xiyyaaraa harkifachuu Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa beeksise. Daandichi harkifannaafi dhamaatii uumameef dhiifama gaafateera. Maamiltoonnis …
Read More »“Dubbiin Hangaasaa Ibraahim darbate bakakkaadha”
“Bakka namni du’aa jirutti biqiltuu dhaabna akka reeffi gaaddisa qabaatuuf. “
Tuniis baasa! Kana kan jedhe muummee ministeera Toophiyaa Abiyyi Ahmad! “Mootummaa sagalee ummataatiin Dimokiraasiin dhufe humni kamuu waraqaa fi sirbaan diiguu hin danda’u!! Inni hin …
Read More »‘Death sentence’: Massacres fuel protests, resentment in Ethiopia
The growing frequency of violent episodes and a perceived lackadaisical approach by government in addressing the attacks have led to accusations of state complicity. Members …
Read More »