Waraanni Itoophiyaa gara kaabaa naannoo Tigraay dhumatus waaraanni Oromiyaa itti fufee jira jedhame. Qorataan dhimma ijaarsa nageenyaa fi furmaata walitti bu’iinsaa akkasuma qorataan haqa cee’umsaa …
Read More »
Waraanni Itoophiyaa gara kaabaa naannoo Tigraay dhumatus waaraanni Oromiyaa itti fufee jira jedhame. Qorataan dhimma ijaarsa nageenyaa fi furmaata walitti bu’iinsaa akkasuma qorataan haqa cee’umsaa …
Read More »Godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti, haleellaan hidhatoota faannootiin raawwatamu tibbana akkaan hammaachuufi lubbuun namoota nagaa darbaa jiraachuun himame. Qaamoleen nageenyaa mootummaan naannoo sanatti bobbaase, furmaata …
Read More »The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California alongside OLLAA on May 10th. The primary topics of these …
Read More »Ustaaz Ahmaddiin jabaliin Magaalaan Shaggar Masjiidotaa fi Muslimoota kan of keessaa qulqulleessu yoo ta’e Muslimootaaf “rakkina” malee madda boonsaa ta’uu gonkumaa hin danda’u! Mootummaan biyyattii …
Read More »Leenjiso Horo May 10, 2023 Oromiyaa is a land of great freedom fighters, the land of patriots. It is the land that produced great patriots …
Read More »Paatiriyaarkiin Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Abuna Maatiyaas rakkoon bataskaanattii mudate atakaaroo walqabuun kan furamu akka hin taane himan. Abuna Maatiyaas ergaa jalqaba yaa’ii sinoodoosii irratti …
Read More »Namota biyya alaa taa’un hookkara kaasuun mootummaa Federaalaafi naannoo humnaan kuffisuuf sochii taasisaniiru jechuun Mootummaan Itoophiyaa akka dabarfamanii kennamaniif ajaja baasuu beeksiisee keessaa tokko kan …
Read More »The government announced that it has seized 47 insurgent forces engaged in terrorist acts organized underground from home to abroad with various weapons. The Joint …
Read More »Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – OFC) Irraa Kenname Biyyi keenya har’a gaaga’amaan raafamaa jirti; nageenyi …
Read More »Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate Leenjisoo Horoo Elba 25, 2023 Mata-Duree kaawametti odoo hin seenneen dura, qabsoo Oromoo keessatti waan hubatamuu …
Read More »