OMN Sirni Geggeessaa fi Awwaalcha Artist Nuhoo Goobanaa bakka maatii, waahillaniifi dinqisiifattoonnisaa argamanitti Adaamaatti raawwatame. Sirna geggeessaa Istaadiyoomii Adaamaatti raawwatame irratti jaallattoonniifi dinqisiifattoonni Artist Nuhoo …
Read More »SEENAA GABAABDUUNUUHOO MAHAMMAD GOOBANAA1952 – 2022Amajjii 19, 2022
Abbaa Urjii tiin: Ji’a Hagayyaa tan bara 1952-a, gaafa Mahammad Goobanaa ilmii barsiisuuf Dirree Dhawaa-rraa gama ganda Warra Alii kan magaalaa xiqqoo Laga Mixee bira …
Read More »Ibsa Ejjannoo Yaa’ii GHO 4ffaa.
Warra nu fixaa baheef addunyaan akkatti iyyiti
https://www.facebook.com/nasir.hamza/videos/10158486052769843 Yoo himachuu nurraa suutaami, Nama itti himannuu fii nama nu dhagayu dhabne malee kenyaatu irra darani
Read More »Adwa and Abyssinia’s Participation in the Scramble for Africa: Has that Relevance to the Ongoing Oromo protests? Mekuria Bulcha, PhD, Professor
Geerarsa March 03, 2021 1 Adwa and Abyssinia’s Participation in the Scramble for Africa: Has that Relevance to the Ongoing Oromo protests? Mekuria Bulcha, PhD, …
Read More »NAFXANYAAN GORFAMTEE
Taammanaa Bitimaa irraa Nafxanyaan marfamtee Nafxanyaan gorfamtee Gidiraa saanitiin gonfamtee Harka siif laate nyaattee Qeerroo fi qarree dhaante! Yaa Waaq namtichi kun mee maraatee Harka …
Read More »Freedom bells ring somaliland releases oromo man from prison 20 years later
AMMAS CARRAAN BIRAA AKKA NU HIN DABARRE, OFQOPHEESSUUN AMMA
Berhanu Hundee Akkuma Jaal Marroon yeroo tokko jedhe, Impaayarri Itoophiyaa tun raafamtee, bututtee, burkutooftee kufuuf waan dhiyaatte fakkaata. Murni Badhaadhina ofiin jedhu fi yakkamaa Abiyoot …
Read More »QABAMUU FI AJJEEFAMUU HOGGANTOOTA ADDA BILISUMMAA UUMMATA TIGRAAY (ABUT)
Berhanu Hundee Barreeffamni kun waan dheeraa ta’eef, akka dubbistoota hin nuufisneef, kutaa afuritti addaan baasee akkan dhiyeessu dursee dubbistoota beeksisuun barbaada. Isaaniis matadureelee xixiqqoo (sub-topics) …
Read More »Hayyuu fii gameessi Oromoo gara aakiraa deeman
INNAA LILAAHII WA’iiNAA ILEEYHII RAAJI’UUN PROF Mahdii Hamiid Muudee (Abbaan Gaazexaa Bariisaa) Hayyuun Oromoo guddaan gara ganda Aakiratti godaanuun Dhagahame.Nama guddaa waan guddaa fuuldurattiis irraa …
Read More »