Waraanni Itoophiyaa gara kaabaa naannoo Tigraay dhumatus waaraanni Oromiyaa itti fufee jira jedhame. Qorataan dhimma ijaarsa nageenyaa fi furmaata walitti bu’iinsaa akkasuma qorataan haqa cee’umsaa …
Read More »Haleellaan godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti akkaan hammate jedhu
Godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti, haleellaan hidhatoota faannootiin raawwatamu tibbana akkaan hammaachuufi lubbuun namoota nagaa darbaa jiraachuun himame. Qaamoleen nageenyaa mootummaan naannoo sanatti bobbaase, furmaata …
Read More »Oromo Communities and OLLAA Thank Special Envoy of the Horn of Africa, Ambassador Mike Hammer
The U.S. Special Envoy met with the Oromo communities of Los Angeles and Southern California alongside OLLAA on May 10th. The primary topics of these …
Read More »Finfinnee dabalatee masjiidonni waggoota kudhanii ol erga itti salaatamee booda carraaqqiifi roorroo meeqaan kaartaan akka kennamu eenyunuu ni beeka
Ustaaz Ahmaddiin jabaliin Magaalaan Shaggar Masjiidotaa fi Muslimoota kan of keessaa qulqulleessu yoo ta’e Muslimootaaf “rakkina” malee madda boonsaa ta’uu gonkumaa hin danda’u! Mootummaan biyyattii …
Read More »Oromiyaa: The Land of Great Revolutionary Nationalists
Leenjiso Horo May 10, 2023 Oromiyaa is a land of great freedom fighters, the land of patriots. It is the land that produced great patriots …
Read More »Waanti balleessine yoo jiraates hanga dhiifama gaafachuutti deemuu qabnaa jedhan Abuna Maatiyaas.
Paatiriyaarkiin Bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Abuna Maatiyaas rakkoon bataskaanattii mudate atakaaroo walqabuun kan furamu akka hin taane himan. Abuna Maatiyaas ergaa jalqaba yaa’ii sinoodoosii irratti …
Read More »“Himannaa sobaatiin shororkeessaa jedhamee baqataa ta’ee hafuu hin barbaadu”
Namota biyya alaa taa’un hookkara kaasuun mootummaa Federaalaafi naannoo humnaan kuffisuuf sochii taasisaniiru jechuun Mootummaan Itoophiyaa akka dabarfamanii kennamaniif ajaja baasuu beeksiisee keessaa tokko kan …
Read More »Insurgent forces organized from home to abroad to terrorize the country were arrested
The government announced that it has seized 47 insurgent forces engaged in terrorist acts organized underground from home to abroad with various weapons. The Joint …
Read More »Walii galtee biyyaalessaarraa baqachuun gaaga’ama biyya keenyaa rakkisaafi wal-xaxaa taasisaa Jira
Haala Yeroo Ammaa Itoophiyaa Keessa Jiru Ilaalchisee Ibsa Kongiresii Federaalawaa Oromoo-KFO (Oromo Federalist Congress – OFC) Irraa Kenname Biyyi keenya har’a gaaga’amaan raafamaa jirti; nageenyi …
Read More »Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate
Qabsoo Bilisummaa Oromoo: Injifannoo Argamee fi Balaa Isa Mudate Leenjisoo Horoo Elba 25, 2023 Mata-Duree kaawametti odoo hin seenneen dura, qabsoo Oromoo keessatti waan hubatamuu …
Read More »