Oduu Haaraya
Dr.Sheek Muhammad Rashaad

Innaa lillaahi wa innaa ileehi Raaj’uun: Dr. Sheek Muhaammad Rashaad kabiir Abdullaahi guyyaa ar’aa gara biyya aakhiraa godaanan

Ummanni Oromoo hayyu guddaa, goota, abbaa qubee Afaan Oromoo,  tafsiira/hiikkaa qur’ana Afaan Oromoo, Gaazeexeessaa yeroo duraatiif Raadiyoo Afaan Oromoo biyya Soomaalee keessaa dabarsuun ummata Oromoo

Read More »