Oduu Haaraya
tamaam baatii

Gaafii fi deebisaa Radio Addis dimts waliin Dubbataa Dhaaba ABO Kamaal Galchuu waliin guyyaa 13/04/2013 tti geggeeyfame

Dubbataa ABOJijjiiramaa Obbo Temam Baatii ODF yaada/mul’ata nuti ji’a 15 dura ummataaf labsine ka qilleensi dhahe aduun itti baahee gurra ummataa jiruun yaada/mul’ata …

Read More »
kaasaa taaddasee

Obbo Kaasaa Taddasaa guyyaa kalleessaa Ebla 13, 2013 bakka firoonni fi maatiin isaanii argamanitti awwalamaniiru.

Waxabajjii 1955 – Ebla 2013 Obbo Kaasaa Taddasaa abbaa isanii B/Jeneral Taddasaa Birruu fi haadha isanii addee waarqiababaa G/Madiin irraa Waxabajjii 19,1955 magalaa Finfinnee keessaatti dhalatan. …

Read More »