Abdii Boruutiin Oromoon yoo mammaaku: “Ibidda fira jedhanii itti hin siqan ykn harkaan hin qaban, waan nama gubuufi; diina jedhanii irraa hin fagaatan, waan isa barbaadaniifi” jedha. …
Read More »
Abdii Boruutiin Oromoon yoo mammaaku: “Ibidda fira jedhanii itti hin siqan ykn harkaan hin qaban, waan nama gubuufi; diina jedhanii irraa hin fagaatan, waan isa barbaadaniifi” jedha. …
Read More »Abdii Boruutiin Erga uummatni Oromoo gabrummaa Habashaa jalatti kufee kaasee hamma har’aatti, hidhaa fi ajjeechaan uummta keenyarra ga’an dhaabbatanii hin beekan. Kuni ammoo Oromoo …
Read More »Abdii Boruutiin Yeroo ammaa, yoomiyyuu caalaa, diinni kan xiyyeeffachaa jiru dhaabota (dhaabilee) ykn jaarmayoota Oromoo, kan isaan morman, qofaatti otuu hin taane, dimshaashumaan Oromootti, keessumaayuu …
Read More »Abdii Boruutiin Mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) keessatti, yeroo ammaa, yaadni adeemsa siyaasaa karaa lamaan akka mul’atu, baruu mata duree “Dafanii bilisummaa …
Read More »Abdii Boruutiin Warraaqsa uummataa, kan Aafrikaa kaabaatti jalqabee gara biyyoota jiddugaleessa bahaatti deemaa jiru, ilaalchisee yeroo ammaa meediyaalees ta’ee intarneetarratti waa …
Read More »Abdii Boruutiin Warraaqsi uummataa yookaanis fincilli diddaa roorroo addunyaa kanarratti sochii bifa haaraa ta’aa waan jiru ykn ta’uuf waan deemu fakkaata. Kanaaf ammoo waan uummatootni …
Read More »Abdii Boruutiin Akkuma meediyaalee gara garaarratti argamu fi dhaga’amu, obsi uummataa daangaa dabree; abbaa irreerratti warraaqsa godhuuf sochiin uummatoota Aafrikaa kaabaa, jijjiirama tokko ardii …
Read More »Abdii Boruutiin Haalli addunyaa kanaa yeroo dhaa yerootti jijjiiramaa waan deemuuf, qabsoo bilisummaa uummata tokkoo daddafsiisee kan biraa ammoo haa tursiisu malee, uummatni gabrummaa …
Read More »Abdii Boruutiin Barri tokko dhumee ykn xumuramee barri haaraan yoo jalqabu namootni keessumaayuu faranjootni bara dabre hubachuu fi waa hundaa gamaaggamuu dhaan bara haaraa …
Read More »Abdii Boruutiin Dhimma tokkummaa kanarratti yeroo baay’ee waan irratti dubbatame fi barreeffameef, waayee kana irra deebi’ee kaasee dubbistoota barruu kiyyaa ifachiisuu hin barbaadu. Abdii Boruu yeroo hundaa …
Read More »