Oromticha jimmaa GIDDU GALA GALMA AADAA OROMOO Kanaan dura finfinneen lammi ishi dhiifte alagaa sooraa turte kana males bosona ishee barbadaayun, bineensonnii fi simbirroowwan daggala …
Read More »Jen. Huseen Bunee Daraaraa (1906-2009)
Ferhan Abdulselam Abbaa isaa obbo Daraaraa Godaanaa fi haadha isaa aadde Hawwaa Badhaasoo irraa bara 1906 Kibba Oromiyaatti, Baale keessaa naannoo Sawweena jedhamtutti dhalate. …
Read More »Seenaa gabaabaa Sooreessa Jaal Jaarraa Abbaa Gadaa
MOOTI DUBARTII OROMOO AKKO MANOOYYE NI BEEKTUU ?
Haawwan Oromoo ijoollee guddisuu,haadha warraa tahanii jiraachuu qofaa mitii haadha biyyaallee tahanii mataa duulaatii haga mata tikaa yaahuunillee hinuma beekaman. Seenaan Oromoo duruu afaaniin waan …
Read More »HAAYYOTA COPHA BEEKKUMSAA UMMATA OROMOO-DR SHEEK MUHAMMAD RASHAAD ABDULLEE
Waa’ee Dr. Mararaa Guddinaa Kana Beektuu Laata?
Dr. Mararaa Guddinaa Adoolessa 5, bara 1956 Lixa Shaggar magaalaa Tokkee Kuttaayeetti dhalatanii guddatan. Ijoolummaa isaanii irraa jalqabee Waan isaaniif hin galle cimsanii Gaafachuu fi …
Read More »Markaatoo Moo Agamsa Gubatee?
Guyyaa kaleessaa, 5-6-2015 , sa’aati 8:00 eegalee Finfinneen balaa ibiddaatin waaddamaaf sardamaa ooluun ni yaadatama. Guyyaa 11-1-2015 ammoo Hoteellii Finfinnee keessatti yeroo jalqabaatif ijaarramme #XayituHotel …
Read More »BAKAR WAAREE EENYU??
Lolli Calanqoo lolaa ittisa imala gabroomfattoota nafxanyaa kan Amajjii 6 bara 1887 Minilikiin hogganamuufi ummata Oromoo Harargee kan gooticha Bakar Waaree tiin hogganamu giddutti …
Read More »Siidaan Wareegamtoota Calii-Calanqoo haala ho’an kabajamee oole jira.
Ka’ii Ol dhaabbadhuu mirga kee falmadhuu tokkummaa kee jabeessii bilisummaa gonfadhu
Yaa leenca gaafa durii ka gaara keessa galu ka kalaashiin qabatee habashaa mataa gadi raruu. General Husseen Bune Darara ********************************************************** Yaa Oromoo Leencatu dhabamee ka …
Read More »