(OPride) — The whistleblowing website WikiLeaks has just published 1,707,500 U.S. diplomatic and intelligence documents from 1973 to 1976. While most of the latest documents have already …
Read More »Kan dabrerraa haa barannu!!
Abdii Boruutiin Waan ta’e fi dalagamee dabre ofduuba garagalanii ilaaluu fi hubachuudhaan, kan dabrerraa barachuun, waan gara fuulduraatti hojjetamuutiif murteessaa ta’a. …
Read More »Dhimmi siyaasaa Oromoo bara baraan tarkaanfii tokko gara fuulduraatti..
Qabsoon bilisummaa Oromoo garamitti deemaa jira?
Abdii Boruutiin Dubbistootni barruu kanaa waayee kana hin beekan yookaanis isaaniif kun haaraa dha jedhee otuu hin taane, barreeffama kanaaf seensa akka ta’an, mee …
Read More »Uummata miliyoona afurtamaa ol ta’u keessaa, kumni shan (5000) dhabamuun qaanii guddaa mitii?
Abdii Boruutiin Barruu gabaabaa kana akkan dhiyeessu kan na taasise, rakkoolee uummata Oromoo ilaalchisee, waayee Waldaa Dargaggoota Oromoo Addunyaatiin (WDOAn) mata dure …
Read More »Qubeen Afaan Oromoo mallattoo bilisummaa ti, dhalootni qubee ammoo abdii egeree ti
Abdii Boruutiin Waggoota afurtama dura, yeroo Afaan Oromoo raadiyoonii cabsa jedhanii dubbatan sana, Afaan keenya haala sana keessaa bahee, sadarkaa har’aa …
Read More »Dhugaa fakkeessanii afaanfaajjii uumuun, uummata Oromootiif dubbachuu hin ta’u
Abdii Boruutiin Namni tokko dhimma tokkorratti yaada isaa yoo barreessu, yaadni inni dhiyeessu kun dubbistoota hundaa birattuu deeggarsa argatee hundaanuu fudhatamuu …
Read More »Gad-aantummaa aadaa fi Afaan isaaniitu isaan cinqa moo, diigamuu impaayaraatu isaan yaaddessaa?
Baddanii Badaa yaa warra badoo!!
Abdii Boruutiin Dubbisttotni barruu kiyyaa, yoo mata duree kana argan rifachuu yookaanis Abdii Boruu maal maal jedhaa?! Maal jechuu barbaade? jedhanii gaafiilee …
Read More »Qabsoo Bilisummaa Oromoo maaltu laaffise ykn laaffisa?
Abdii Boruutiin Gaafiin akka mata dureetti kaase kun onnee Oromootaa, keessumaayuu kan warra dhimmi kun isaan ilaaluu fi qalbii isaanii harkisuu, akka tuqun yaada. Gaafiin …
Read More »