Seenaa | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Seenaa

Yaadannoon Jaarraa Abbaa Gadaa (1936-2013) kan Waggaa arfaffaa Sambata dhufu, Bitooteessa 4 bara 2017 Australia Melbourne keessatti akka kabajamu beekameera.

jaarraa2013

(Oromedia, Melbourne 1 Bitootessa 2017) Qabsaa’ota bilisummaa Oromoo angafoota keessaa tokko ka ta’anii fi maqaa “JAARRAA ABBAA-GADAA” – jedhamuun ka beekaman – ABDULKARIM IBRAAHIM HAMIID …

Read More »

(Hayyuu,Qorattuu, Barreessituu fi Gazexeessituu biyya -USA ) Kitaabashee -Wonderful Ethiopians of the ancient cushite empire-keessaa kan fuudhame

houstoncharchil

Houston, Drusilla Dunjee (1876-1941) “Isin tuffatamtanii, xiqqeeffamtanii ilaalamaakan turtan, warri Kush Itoophiyaa dhaamsawwan abbootiin keessan ol isiniif kaa‘aniin mataa ol qabadhaa,dhaggeeffadhaa, qoradhaas:Isin angafoota dhala namaa,warra …

Read More »