Diinni (motummaan Habashaa) kallatiin sanyii uummata Oromoo lafa irraa duguuguuf milkaawu yeroo hanqateetti tarsiimoo afaan, aadaa, fi seenaa Oromoo ittiin dhabamsisu baafatee sochowe. Angoo waranaa …
Read More »Bu’uura Heeraa Bulchiinsa Magaalaa Dirree Dhawaa Xiinxala Seeraa
Abduljebar Hussien ( abukaatoo) Bu’uura Heera mootummaa Federaalaawa Dimokiraataawa Ripaapliika Itoophiyaa(HMFDRI) kwt. 46(1) tiin mootummaa Federaalaa naannooleedhaan kan ijaaramee dha. Bu’uura kanaan akkaataa ulaagaawwan heericha …
Read More »Emp Minilik letter to Sheh Hojele
OMN: Qophii Addaa Waggaa Afraffaa dabruu Jaarraa Abbaa Gadaa irratti marii Jaafar Alii waliin Bit. 3, 2017
Yaadannoon Jaarraa Abbaa Gadaa (1936-2013) kan Waggaa arfaffaa Sambata dhufu, Bitooteessa 4 bara 2017 Australia Melbourne keessatti akka kabajamu beekameera.
(Oromedia, Melbourne 1 Bitootessa 2017) Qabsaa’ota bilisummaa Oromoo angafoota keessaa tokko ka ta’anii fi maqaa “JAARRAA ABBAA-GADAA” – jedhamuun ka beekaman – ABDULKARIM IBRAAHIM HAMIID …
Read More »Jara Abba Gadaa, Oromo freedom icon, dies at 77
(OPride) — Abdulkarim Ibrahim Hamid, better known with his nom de guerre as Jara Abba Gadaa, a relentless Oromo freedom fighter and one of the …
Read More »Seenaa gabaabaa Raadiyoo magaalaa Adaree
(Hayyuu,Qorattuu, Barreessituu fi Gazexeessituu biyya -USA ) Kitaabashee -Wonderful Ethiopians of the ancient cushite empire-keessaa kan fuudhame
Houston, Drusilla Dunjee (1876-1941) “Isin tuffatamtanii, xiqqeeffamtanii ilaalamaakan turtan, warri Kush Itoophiyaa dhaamsawwan abbootiin keessan ol isiniif kaa‘aniin mataa ol qabadhaa,dhaggeeffadhaa, qoradhaas:Isin angafoota dhala namaa,warra …
Read More »JOGOLA HARARIIFI GANDA OROMOO:
DHAAMSA JAALLAN QABSOO IRRATTI KUFANII: “Daandiin bilisummaa, hagamuu dheerattu, nuunis galaafattu, galii ishee hin hanqattu!”
DHAAMSA JAALLAN QABSOO IRRATTI KUFANII: “Daandiin bilisummaa, hagamuu dheerattu, nuunis galaafattu, galii ishee hin hanqattu!”
Read More »