Sheek Hajjii Ibraahim Tufaa Prezidaantii Majlisa Federaalaa tahuun filaman | Bilisummaa Online
Oduu Haaraya

Sheek Hajjii Ibraahim Tufaa Prezidaantii Majlisa Federaalaa tahuun filaman

Yaa’ii Majliisa Dhimmoota Islaamaa Marsaa Lammaffaa har’a geggeeffamaa jiruun, sheek Hajjii Ibraahim Tufaa Prezidaantii Majlisa Federaalaa tahuun filatamanii jiru.

Gumiin dhimma Islaamaa Federaala Toophiyaa guyyaa har’aa filannoo waggoota 3een dhufuuf muslimoota hogganu filate.

1 Shek Hajjii Ibraahim tuufa dura ta’aa

2 Shek Abdulkariim Badraddiin itti aanaa

3 Shek Abdul Aziiz itti aanaa 2ffaa

4 Shek Hamiid Muusaa barreeysaa tahuudhaan filannoon xumurame

Check Also

dhimma majlisaa Copia di NXPowerLite

Majlisnni Oromiyaas akkuma ka duraa Zulmii nurratti dalagaa jira

Komii warra hajjii baranaa: Majlisa Oromiyaas tahee ka duraanii ummata saamuu fii malee, ummata tajaajiluuf …

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *