Categories: Amantii

Sirna dhaabbata Arafaa

Hegeree Oromiyaatiin

Hujjaajonni ( keeysummonni Gooytaa ) Ganama Jum’aa onkololeeysa 3/2014 Muzdalifarraa gara Dirree Arafaa godaanan. Qaamni (rukniin) guddaan hajjiidha Ardil Arafaa dhaabtudha waan taheef Salaata Dhurii fii Asrii Iddo takkatti gabaabsanii waliin salaatan booda namuu fedhii fii dhimma dhufeef Goytaa guddaa Rabbii isaanii kadhatan, du’aa’iis ni godhatan . Seennaa Aduun duratti ammo Ardii Arfaa gadi dhiisanii gara Muzdalifaa bahuu qaban. kan buluun dirqamaa erga Arafarraa bahanii bakka Muzdalifa ja,amtu bulanii dhagaa duraa darbatuuf gara munaa sossohu qaban . Ergasii guyya sadeen tashriiqa muna keeysaa maadheeyfatanii Boolla guddoo ,Jiddu galaa fii Boolla Xiqqotti dhagaa xixiqqaa akka firii shunburaa hunadattu 7/7/7 darbatu. Namni jerjera qabu guyyaa lama erga dhagaa darbatee Muna gaddhiisee gara Makka dhaqee “Xawaafaa Dhaammannaa Ka’baan godhee booda galuu ni dandeya . warra hajjiin isaanii qebalmte diliin isaanilleen maaramteef isin haa godhu. Aammiiiin

bilisummaa

Recent Posts

Univarsitii Haroomayaa ummata keenya ni fayyadde moo itti fayyadamte?

Baruumsi bu'ura jireenya ilma namaati. Barnoonni bu'ura waa hundaati. Manni barnootaa naannoo kee jiraachuu jechuun…

2 days ago

The Conflict Testing Ethiopia’s Nobel-Winning Leader

The Conflict Testing Ethiopia’s Nobel-Winning Leader

2 days ago

The Security Challenges Of Addis Ababa Escalate Internally And Externally

For several months, Ethiopia has witnessed an escalation of threats on various fronts, both internal…

2 weeks ago

Reactions to the Ethiopian conflict

In a sign of growing concern in Washington about the Civil War in Ethiopia, the…

2 weeks ago

Ethiopia’s economy struggles as war reignites in Tigray

NAIROBI, Kenya — Once home to one of Africa's fastest-growing economies, Ethiopia is struggling as…

2 weeks ago

OLLAA WELCOMES CALLS FOR A PEACE SOLUTION AND URGES ETHIOPIA-WIDE PEACE PROCESS

On September 11, 2022, the Government of Tigray External Affairs Office released a statement indicating their willingness…

2 weeks ago