‘Haqa’, ‘Bilisummaa’ fi ‘Demokraasii’ jechuun maqoota gaggaarii dha. Maqootni kabajamoo fi eebbifamoon kun garuu kanneen kaayyoo faallaa maqoota kanaa qabatanii sosso’an tokko tokkoon irra …
Read More »Diina guddaa dura diina xiqqaa injifachuun barbaachisaa dha
Abdii Boruutiin Barruu kiyya kan har’aa keessatti, mata-duree kanaan waa lamatti xiyyeeffachuun barbaada. Inni tokko, hojii yeroo ammaa Habashootni dalagaa jiran yoo ta’u; inni biraa …
Read More »Haala yeroo ammaa deemaa jiru kanarraa maal hubachuu fi barachuu dandeenya?
Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) erga jalqabee kaasee hanga har’aatti, bu’aa ba’ii baay’ee keessa dabree akka sadarkaa kana gahe seenaatu ragaa ta’a. Qabsoon bilisummaa …
Read More »Jijjiiramni mooraa ABO keessatti hawwame akkana ta’ee hafee?
Abdii Boruutiin Erga bara 2008 mooraa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) keessatti fottoqinsi lammataa dhalatee kaasee haala mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) qalbii …
Read More »Habashaas ta’ee kan sammuun habashoome, lamaanuu farra qabsoo bilisummaa Oromoo ti
Abdii Boruutiin Gara dhimma mata duree kanaa otuu hin seenin dura, Habashaa fi kan sammuun habashoome kanan jedhu gabaabinaan ibsuun yaala. Jechi …
Read More »Fottoquu fi Oromiyaa walaboomtu ijaaruu jidduu garaagarummaan jiraa?
Abdii Boruutiin* Kaayyoon barruu kiyyaa, hiika jechootni lamaan kun qabani fi garaagarummaa isaaniis ibsuufi miti. Kana warra barumsa fi ogummaa Afaanii fi Saayinsii Polotikaa qabaniif …
Read More »Dhugaa fakkeessanii afaanfaajjii uumuun, uummata Oromootiif dubbachuu hin ta’u
Abdii Boruutiin Namni tokko dhimma tokkorratti yaada isaa yoo barreessu, yaadni inni dhiyeessu kun dubbistoota hundaa birattuu deeggarsa argatee hundaanuu fudhatamuu …
Read More »Dhuguma Itoophiyaan isaanii biyya haadha hundaatuu ta’uu dandeessii?
Abdii Boruutiin Gaafii akka mata dureetti dhiyaate kanaaf deebii otuu hin barbaadin dura, mee gaafii tokko kaasuun barbaada: Qabsoo Bilisummaa Oromoo …
Read More »Gad-aantummaa aadaa fi Afaan isaaniitu isaan cinqa moo, diigamuu impaayaraatu isaan yaaddessaa?
Qabsoo laafte tokkummaa dhaan haa cimsinu jechuun, odeeffannoo diina sooruu miti
Abdii Boruutiin Barruu gabaabaa kana akkan dhiyeessu kan na tasise, barreeffama mata duree “Hokkoon yeroo hundaa gara keessaatti” jedhuun Birmaduu Biyyaatiin dhiyoo kana …
Read More »