Abdii Boruutiin Waayee tokkummaa qabsaa’ota Oromoo ilaalchisee, yeroo adda addaa keessatti barruulee gara garaa akkan dhiyeessaa ture ni yaadatama. Har’as otuu abdii …
Read More »Qabsoo Bilisummaa Oromoo maaltu laaffise ykn laaffisa?
Abdii Boruutiin Gaafiin akka mata dureetti kaase kun onnee Oromootaa, keessumaayuu kan warra dhimmi kun isaan ilaaluu fi qalbii isaanii harkisuu, akka tuqun yaada. Gaafiin …
Read More »Dhaamsa, ibsa, labsa, walga’ii, ibsa ejjannoo,… Qbsoon bilisummaa Oromoo jechoota qofaatti haftee?
Abdii Boruutiin Mata duree kanaan yoon barruu kana dhiyeessu, dhimma qabsoo kanaarratti maaliif ibsi ykn/fi labsi baha? Maaliif walga’iin godhama? Maaliif ejjannoon ibsama? …
Read More »Fira jennee walitti hin dhiyaannu, diina jennee walirraa hin fagaannu, waayeen keenya kun maali?
Abdii Boruutiin Oromoon yoo mammaaku: “Ibidda fira jedhanii itti hin siqan ykn harkaan hin qaban, waan nama gubuufi; diina jedhanii irraa hin fagaatan, waan isa barbaadaniifi” jedha. …
Read More »Uummata Oromoo hidhuu fi ajjeesuun qabsoo bilisummaa uummatichaa dhaabuu hin danda’u
Abdii Boruutiin Erga uummatni Oromoo gabrummaa Habashaa jalatti kufee kaasee hamma har’aatti, hidhaa fi ajjeechaan uummta keenyarra ga’an dhaabbatanii hin beekan. Kuni ammoo Oromoo …
Read More »Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) keessa maaltu adeemaa jiraa?
Abdii Boruutiin Yeroo ammaa, yoomiyyuu caalaa, diinni kan xiyyeeffachaa jiru dhaabota (dhaabilee) ykn jaarmayoota Oromoo, kan isaan morman, qofaatti otuu hin taane, dimshaashumaan Oromootti, keessumaayuu …
Read More »Qaama rakkoo ta’uu dhiisanii, qaama furmaataa ta’uun dirqama Oromoo hundaa ta’uu qaba
Abdii Boruutiin Mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) keessatti, yeroo ammaa, yaadni adeemsa siyaasaa karaa lamaan akka mul’atu, baruu mata duree “Dafanii bilisummaa …
Read More »Dafanii bilisummaa argachuuf, karaa kamtu nu baasa? jedhanii of gaafachuun yoomiyyuu ..
Abdii Boruutiin Warraaqsa uummataa, kan Aafrikaa kaabaatti jalqabee gara biyyoota jiddugaleessa bahaatti deemaa jiru, ilaalchisee yeroo ammaa meediyaalees ta’ee intarneetarratti waa …
Read More »Uummata biratti argamanii fincilaaf (warraaqsaafi) kakaasuu dha malee…
Abdii Boruutiin Warraaqsi uummataa yookaanis fincilli diddaa roorroo addunyaa kanarratti sochii bifa haaraa ta’aa waan jiru ykn ta’uuf waan deemu fakkaata. Kanaaf ammoo waan uummatootni …
Read More »Jijjiirama fiduuf tokkoomanii ciminaan hojjechuu dha malee, taa’anii jijjiirama eeguun homaa hin fidu
Abdii Boruutiin Akkuma meediyaalee gara garaarratti argamu fi dhaga’amu, obsi uummataa daangaa dabree; abbaa irreerratti warraaqsa godhuuf sochiin uummatoota Aafrikaa kaabaa, jijjiirama tokko ardii …
Read More »