Abdii Boruutiin Haalli addunyaa kanaa yeroo dhaa yerootti jijjiiramaa waan deemuuf, qabsoo bilisummaa uummata tokkoo daddafsiisee kan biraa ammoo haa tursiisu malee, uummatni gabrummaa …
Read More »Barri 2011 fi bar-kurneen jalqabu uummata Oromootiif jijjiirama maal fiduu laata?
Abdii Boruutiin Barri tokko dhumee ykn xumuramee barri haaraan yoo jalqabu namootni keessumaayuu faranjootni bara dabre hubachuu fi waa hundaa gamaaggamuu dhaan bara haaraa …
Read More »Tokkummaan ykn tumsi humnoota Oromoo, mooraa QBO keessatti, maaliif barbaachisaa ta’a?
Abdii Boruutiin Dhimma tokkummaa kanarratti yeroo baay’ee waan irratti dubbatame fi barreeffameef, waayee kana irra deebi’ee kaasee dubbistoota barruu kiyyaa ifachiisuu hin barbaadu. Abdii Boruu yeroo hundaa …
Read More »Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessa, garaagarummaa ilaalcha fi karaa ti moo, garaagarummaan kaayyoos jira?
Abdii Boruutiin Gaafii akka mata dureetti dhiyeesse kanaaf deebii otuu hin barbaadin dura, gaafii waliigalaa tokko kaasuun barbaachisaa dha. Innis: “Nuyi uummatni Oromoo …
Read More »Yaamicha tokkummaatiif owwaachuu fi qabsoo hidhannoo cimsuun yoomiyyuu…
Abdii Boruutiin Uummanni Oromoo bar-dhibbee tokkoo ol gabrummaa Habashaa jala turani fi ammas jirani illee, gabrummaan uummanni keenya har’a bar-kurnee lama keessa jiran kun yoomiyyuu …
Read More »Hamma (hanga) yaadni Itiyoophiyaa takka jedhu sammuu keessa jirutti..
Abdii Boruutiin Mata duree kanaan barruu kana akkan qopheessu kan godhan sababoonni gara garaa jiraatani illee, sababoota lamatu akkan yaada koo barreessu …
Read More »Gandummaa, Naannummaa, Amantii fi Oromummaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti
Abdii Boruutiin Waayeen kun afran: gandummaa, naanummaa, amantii fi Oromummaan qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti gahee maal taphatu? Gaheen isaan taphatan hoo …
Read More »Qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti hogganummaan dargaggootaa fi dubartootaa murteessaa dha
Abdii Boruutiin Biyyoota diinagdee fi teeknoolojii dhaan hin guddatin fi biyyoota dhiibbaan amantii dubartoota irratti godhamu tokko tokko keessatti yoo ta’e …
Read More »Tokkummaa ykn tumsa humnoota Oromootiif iyyuun tumsa hunda hammataa alaa diduu miti
Abdii Boruutiin Akka yaada fi ilaalcha kiyyaatti, tokkummaa diduun humna diiguu dha; tumsa diduun ammoo humna laaffisuu dha. Yoon akkana jedhu …
Read More »Tumsa hunda hammataa alaa dura tokkummaan ykn tumsi mooraa QBO keessatti ijaaramuu qaba
Abdii Boruutiin Waayee tumsa hunda hammataa (All-Inclusive-Alliance) ilaalchisee, turban lamaan dabran keessatti, marii oo’aan akka godhamaa ture ni yaadatama. Barruulee qofaa …
Read More »