afoola

Diinnii Maal Balleesse?!

Badii maalii qaba diinni? Nutu karra saaqeef, balabala banee olgalche. As taa'i jennee teessoorraa kaaneef. Cooma murree afanitti gurshine. Itittuu…

9 years ago

Afoola Oromoo: Hibboo fii makmaaksa (kutaa lammaffaa 300)

https://youtu.be/yC3YUhOLVVQ Namni Afaanii fii  Aadaa isaa hin beeyne tokko  an Oromoodha ofiin jechuun ......

9 years ago

Biyya Afaan Faallaa

Gamteessaa Sabaatiin Bara durii namichaan wayii biyya tokko keessa  jiraataa ture. Innillee yeroo wayii dhibamee mana yaalaa aadaa heddu dhaqee;…

9 years ago

Afoola Oromoo: Qoosaa kutaa duraa

Qarshii liqeeffataa fi qarshii liqeessaatu jira Qarshii liqeeffataa:- Kanaan booda umrii dheeraa waanan qabu natti hin fakkaatu abjuu  kootiin halkan edaa…

9 years ago

ABDI QOPHEEN EENYU?

Najiib Zannuun irraa Abdi Qopheen eenyuun wal hin gaafachiisuu Seenaan isaa hundi kan eenyummaasaa ibsuu Har'a du'aan dhabnee nullee hadiyyoomsu,…

9 years ago

ODUU DURDURII!! (Duudhaa kunuunfamuu qabu)

***************** Aadaafi duudhaa gabbataan hawaasa tokkoo osoo irraanfatamanii hinbadiin tooftaalee adda addaatiin dhalootaa dhalootatti akka darbu gochuun barbaachisaadha. Tooftaalee kanneen…

10 years ago