Alam Addunyaa

MANNI GOGAA HARREEN IJAARAME, GAAFA WARAABEESSI YUUSU DIIGAMA !! Y.G(2005) Kutaa 2ffaa

Addunyaan har’a keessa jirru kun , tokko isa tokko liqimsee, bakka bal’ifatee kan itti jiraachuu barbaadudha yoo jenne, dhugaa irraa…

11 years ago

“MIILA LAMA QABAATANIIF , MUKA LAMA HIN YAABAN !!!!!!”

Y.G(2005) Seenaan yoomillee seenaadha. Maqaa Ummata tokkon qabsoo gaggeeffamu mitii, Maqaa dhunfaanuu wanni hojjatani fi dubbatan qalbii Ummataa fi dhalootaa…

11 years ago

HUNDA DURA, BIYYAA FI UMMATA KIYYAAF !!!!!!

  Y.G(2005) Namni ykn humni yk Biyyi tokko , Qabsoo gaaffii mirgaa wayita gaggeessu, bu’urri murannoo isaa mata duree har’aa…

11 years ago