Hollora

Obboleewwan lama turan kan dukkana isaanii keessatti ibiddi itti lakkifame. Tokko lubbuun isaa dabrite, inni lammaffaa hospitaala jira.

Hookkarri lammiilee biyyoota Afrikaa biroo kanniin Afrikaa Kibaa keessa jiraatan irratti xiyyeeffate torbaan kana keessa babal’achuu isaati kan gabaafame. Lammiileen…

7 years ago