ibsaa guutamaa

Garagarummaa Dhaabota Oromoo gidduu

By Ibsaa Guutamaa Sabaawota Oromiyaan kan ijaaraman dhaabota hedduutu jira. Garuu akki isaan akeeka qabsoo Oromoo itt ilaalan adda addaa.…

9 years ago

Hamma hin jirree bookkisa dullacha

Gidduu kana gara Awaasaa kanaa dullachi Tigree adeemsa seenaa hin hubannee fakkaatu tokko Oromoon isuma Yohaannis arraba irraa cire sana…

9 years ago

Kennata Habashaa hedduu hodeefamaafii jiru 2015

Wayyaaneen erga kennata parlamaan barcuma tokkoof malee hunda moo’atee waggaa shan guutuuf adeema. Mormitooti bilisaa fi tolaa hin turre jedhanii…

9 years ago

Sochii Bilisummaa Oromoo fi Jaarmota Bilisummaa

Oromiyaan ammayyuu qabaa jala jirti. Oromoon hardhallee lafa saanii, qabeenya sanii, mirga nam tokkee, mirga ummataa fi birmadummaa saanii akka…

9 years ago

Habashaa fi bilisummaa Ummataa

Bara duri moototi madda hooda ummata saaniirraa adda tahe ofii kennu turan. Maddoti akkasii moototaaf aangoo hin dangahamne akka kennuuf…

9 years ago

Cuuraa Manguddootaaf

Walaloo Cuuraa Manguddootaaf obboo Ibsaa Guutamaatiin...  

11 years ago

Dhumarra Ga’a Kolonummaa Gaanfa Afrikaa

  Dhumarra Ga’a Kolonummaa Gaanfa Afrikaa Ibsaa Guutama irraa* | Bitootessa 2013 Tigraway sirna malbulcha Habashaa keessatt miiltoo maadhaa turan. Erga…

11 years ago