Jaarraa

Gaaddisni Oromoo Nederlaand Yaadannoo Sooreessaa J/Jaarraa Abbaa Gadaa Gad-geeyse

Ilmaan Oromoo Addunyaa Mara keessatti Yaadannoo Gootichaa diinaaf summii Sooreessaa  Jaal Jaarraa Abbaa Gadaa eega du'aan addunyaa tanaraa galanii kaasee…

11 years ago

Jaarraa Abbaa Gadaa Memorial and Foundation Inaugural Ceremony

     We cordially invite you to join us as we celebrate the life and legacy of the Father of the…

11 years ago

Seenaa gabaabaa waayee Sooreessaa J Jaarraa Abbaa Gadaa

Bara 1936 ykn 37 Xaaliyaan hoggaa biyya seente, Harargee Bahaa Watar bakka je’amutti Abdukariim Ibraahim (Jaarraan Abbaa Gadaa) dhalate. Jaarraan…

11 years ago

“Warra Rageeyfateen Dhufte”

“Warra Rageeyfateen Dhufte” (Khutaa 1ffaa) Dhuma bara 1991, mooraa leenjii dhaaba Adda Islaama Bilisummaa Oromiyaa (AIBO) kheeysatti walgahii yaamamte irratti…

11 years ago

Sooreessi Jaal Jaarraa Abbaa Gadaa Maal Dhaammate?…

Sooreeysi Jaarraa Abbaa Gadaa dhaamsa ummata Oromotif khayee Dubartoota, Barattoota, Daldaltoota, Qotee bultoota fi Manguddoota akkasuma Barsisoota Lammii Oromoo tahan…

11 years ago

JAARSA AKKA JAARE E, JAAMAA AKKA JAAME WALLAALE CAALAA WANTI NAMA RAKKISU HINJIRU JEDHA.

Message: O.Leencoo Lataa, Diimaa Nogoo faa namuu ganna, /hangafummaa fi lafa bultiin/ akkuma aadaa hawaasa Oromootii akka jabaa ulfeessa. Ammallee…

11 years ago

Nuti Oromooni magalaa gudditii Suweden Stockholm fii nannoo isii jiran walitti dhufuun, qooda nurraa eegamu bahuuf murteeyfanne

Nuti Oromooni magalaa gudditii Suweden Stockholm fii nannoo isii jiran walitti dhufuun, qooda nurraa eegamu bahuuf murteeyfanne Du'aan adunyaa irraa…

11 years ago

Du’aan Boqochuu Jaarraa Abbaa Gadaa ilaalchisee ibsa Koree H/Qindeessituu ABO Kutaa Australia

Miseensotaa fi deggertoota ABO biyya Austraaliyaa keessa jiraannuuf du’aan boqochuun hayyuuu keenya J/Jaarraa Abbaa Gadaa gadda guddaa ta’uu ibsachaa Hogganoota…

11 years ago

Jaaraa Family Press Release

March 5, 2013 It is with great sadness that we announce the passing of our beloved Jaarraa Abbaa Gadaa (Abdulkarim…

11 years ago

Oromiyaan mallatoo gotota bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa hangafa dhabde.Oromiyaan mallatoo gotota bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa hangafa dhabde.

  Soso’a qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti yeroo irraa yerooti jagnnooni, gootootni fi hayyootni  dhimma saba isaanii kan waloof jecha gahee…

11 years ago