Kamaal Galchuu

Gareen ABO Jeneraal Kamaal Galchuun hoogganamu (ABO’n Jijjiiramaa) maqaa haarawa moggaafachuu isaa ibsa baaseen ifa godheera.

(awashpost) Gareen kuni maqaa Kallacha Walabummaa Oromiyaa (KWO) jedhee kan ufmoggaase kora dhaabichaa Adoolessa 30 – 31 Ameerikaa magaalaa Minisotaatti…

9 years ago

Kora ABO Kutaa Kanaadaa (Garee J/Kamaal Galchuu)

  ABOn B/General  Kemal Galchuun hooganamu  Caamsaa  16-17, 2015 biyya Kanadaa, magaalaa Calgary keessatti kora isaa kan waggaa odhachuudhaan miseensotaa…

9 years ago

An Eritrean based Ethiopian opposition members reported to be in detention

Several members of the Eritrean based Ethiopian opposition party of Oromo Liberation Front (OLF) are reported to be in detention…

9 years ago

Ibsa Miseensota Adda Bilisummaa

Oromoo Godina Kaaba Ameerikaa Mootummaan  dargii    kufe    erga    wayyaanneen    Aangoo    qabatee    waggaa    sadii    guutee    osoo    hin    turni    ummata    miliyoona    torbaa  …

9 years ago

Ibsa Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo Godina Awurophaa.

  Guyyaa 24-02-2015 Nuti miseensoni Adda bilisumma oromoo godina Awuropha hala dhiyenaa kana matan motummaa wayyannee kan ta.e abbay tshayen…

9 years ago

Ibsa Ijjannoo Godina ABO Jijjiiramaa Giddu Gala Baha Eeeshiyaa

  Nuti Miseensonni Giddu Gala Baha Eeshiyaa Ayyaana Amajjii 1 , bara 2015 Guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo WBO dhaa Sababeeffachuudhaan…

9 years ago

“Jenraal Kamaal Galchuu ganda bira kutee warratti gad deebi’e”

Gaafiif debisaa  sarara Paltalk OMMWSO Jeneraal Hayluu Gonfaa fii Obboo Dhaabaa Walin taasise 20141025

9 years ago

Addi Bilisummaa Oromoo ABO jijjiramaan beekamutti HD ta’ee kan ture G/Kamal Galchuu hatattammaan hooggansa HDummaa isaa irraa akka ari’ame beeksisuu.

  OROMO LIBERATION FRONT                    Gaafa:  Onkoloolessa/23/2014 Date:   10/23/2014 Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname. G/Kamal Galchuu eerga HD ABO…

9 years ago

Hiriira Dargagoo Oromo Afrikaa Kibbaa- OLF – Change Group

GUYYAA HAR’AA OROMOONNI AFRIKAA KIBBAA JIRAATAN SABAA FI SAB-LAMMOOTA ETIYOOPHIYAA WAJJIIN TA’UUDHAAN HIRIIRA NAGAHAA UN IRRATTI BAHUUN, SAGALEE HO’AADHAAN FALMII MOOTUMMAA…

11 years ago