Sheek Hajjii Ibraahim Tufaa Prezidaantii Majlisa Federaalaa tahuun filaman July 18, 2022 0 Yaa’ii Majliisa Dhimmoota Islaamaa Marsaa Lammaffaa har’a geggeeffamaa jiruun, sheek Hajjii Ibraahim Tufaa Prezidaantii Majlisa Federaalaa tahuun filatamanii jiru. Gumiin dhimma Islaamaa Federaala Toophiyaa guyyaa … Read More » Share Facebook Twitter LinkedIn Pinterest
Sa’aa 24 keeysatti waajjirri nuuf haa gad dhiifamu! June 24, 2022 Comments Off on Sa’aa 24 keeysatti waajjirri nuuf haa gad dhiifamu! Read More » Share Facebook Twitter LinkedIn Pinterest
Majlisnni Oromiyaas akkuma ka duraa Zulmii nurratti dalagaa jira June 23, 2022 Comments Off on Majlisnni Oromiyaas akkuma ka duraa Zulmii nurratti dalagaa jira Komii warra hajjii baranaa: Majlisa Oromiyaas tahee ka duraanii ummata saamuu fii malee, ummata tajaajiluuf hin dhabbanne jedhu hujjaajoonni. Qarshii kuma dhibba lamaa fii afurtama … Read More » Share Facebook Twitter LinkedIn Pinterest
Sagantaan dorgommii Qur’aanaa magaalaa Finfinnee June 13, 2022 Comments Off on Sagantaan dorgommii Qur’aanaa magaalaa Finfinnee Magaalaa mummuttii Oromiyaa tan taate Finfinneen yaroo jalqabaatiif sagantaa dorgommii Qur’aanaa kan hirmaattoota addunyaa hirmaachisee keessummeessitee gaggeeysaa jirti. Sagantaan dorgommii Qur’aanaa Staadiyeemii Magaalaa Finfinnee haala … Read More » Share Facebook Twitter LinkedIn Pinterest