Naqamtee

Sinodoosiin Oromoo ummata gantee amaarootarra miilarra kufte

Amantoonni bataskaana Ortodoksii Tawaahidoo kumaatamaan lakkaa'aman magaalaa Naqamteetti hiriira bahan. Dhiibbaa mootummaan sinoodoosii duraanii waliin ta'uun geessisaa jiruu fi hidhamuu…

1 year ago