Tokkummaan Oromoo hunda dursu akka qabuu fi daandiin qabsoo bilisummaa Oromoo galmaan gahuu danda’u tokkummaa Oromoo jabeessuu duwwaa akka ta’e beektotti Oromoo waggaa dheeraaf …
Read More »Liberation and Democratization of Biyya-Oromo in Particular and Biyya-Kush in General
It is a known fact that the non-stop theme of discussion among the Oromo polity is the “conflict”: ‘Ethiopian Democratization vs. Oromian Liberation’. This either …
Read More »Akka sabaatti ijaaramnee,oromummaa fi Oromoo duwwaa abdannee, gooboo garee fi maqaa qabsoon daldaaltuu, hundeen diiguu qabna.
ILLAA FI ILLAAMEE
Qabisoon bilisumaa Oromoo ABO hogganamu yeroo ammati bu’a fi bahii heddu keessa darbee haala amma irra jiru irra gahe jira.Qabisoon saba hundaa bu’a fi …
Read More »Hooggannii QBO akka ofii yaadutti kan biraas akka yaadu tolchuu otoo hin taane, kan ofii yaadu namni biraas akka gabbisuu danda’u of amansiisuu qaba.
Qabsoon yeroo hunda gabbachaa fi danboobaa deemuu qaba. kana gochuuf garuu hooggana jijjiramaa fi hooromsa qabsootti amanu horachuun murteessaa dha. hoogganni jijjiramaa fi haaromsa qabsootti …
Read More »Seenaa gabaabaa waayee Sooreessaa J Jaarraa Abbaa Gadaa
Bara 1936 ykn 37 Xaaliyaan hoggaa biyya seente, Harargee Bahaa Watar bakka je’amutti Abdukariim Ibraahim (Jaarraan Abbaa Gadaa) dhalate. Jaarraan Jollummaan barnoota diin erga baratee, …
Read More »Qabsaawaan Ni Kufaa, Qabsoon Itti Fufa!
Irraanfachuu hin qabnuu hogguu haa yaadannuu, Haa wal yaadachiifnuu namuu haa qaabannuu, Waan dhaammatan qabuu gootowwan kaleessaa, Kan haqamuu hin qabne sammuu keenya keessaa. (2) …
Read More »MUKA JALLAA DIRIIRSUUN OSOO QACALEETI
Tattaaffiin rakkoo qabsoon Oromoo mudatte furuudhaaf akka matayyaattiis tahe akka gurmuutti godhamaa jirtu mara jajjabeessuun barbaachisaadha. Carraaqqiin garasiin godhamtu garuu, tan rakkoo jirtuuf furmaata argamsiiftu …
Read More »Qabsoo Bilisumaa Oromoo bara 1991 duraa fi sana boodaa
Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) kan eegale, biyyi teenya Oromiyaan Minilikiin weeraramtee; erga uummatni ykn sabni keenya gabrummaa Habashaa jalatti …
Read More »Rakkooleen mooraa QBO keessa jiran, yoom furmaata argatanii xumuru laata?
Abdii Boruutiin Qabsoo bilisummaa saba tokkootti, keessa fi alaan rakkoolee fi gufuuleen adda addaa heddoomuun waan haaraa ta’uu baatullee, kan keenyaa, kan …
Read More »