QBO

Tokkummaa Jaarmayoolee fi Gurmuulee ABO

Bilisummaa fi Abbaa Biyyummaa Oromoo Dhugoomsuuf Tokkummaan Dhaabbilee Siyaasa Oromoo Murteessaa dha. Qabsoon hadhooftuu bara dheeraa dhaloota irraa dhalootatti darbaa…

9 years ago

Afeerraa Walgahii Hatattamaa Tokkummaa humnoota bilisummaa Oromiyaa ULFO  irraa  dhihaate.

27/02/2015 060/01//2015       Gara Oromiyaa midea Netwok     Dhaabbiilee siyaasaa kan bilisummaafii walabummaa Oromiyaa tiif qabsaawaniif. -Gootota…

9 years ago

Labsa Tokkoomuu ABO fi KY – ABO

Yeroo ammaa haalli hamaan ummanni keenya biyya isaa Oromiyaa keessatti mudachaa jiru himamee kan hin dhumne tahuus haala sukaneessa akka…

9 years ago

Akka sabaatti ijaaramnee,oromummaa fi Oromoo duwwaa abdannee, gooboo garee fi maqaa qabsoon daldaaltuu, hundeen diiguu qabna.

  ….kutaa sadaffaaf xumuraa. Mata duree kana jalatti bareefama kutaa lamaan qoodee dhiyeessuu kiyya ni yaadatama. Kutaa lammaffaa jalatti rakkoolee…

9 years ago

Kutaa3ffaa: Siyaasa gantummaa fi gartummaa to`achuun tokkummaa moraa qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) dhugoomsa

 Zakaariyaas Mulataa fi Malkamuu Jaatee Caamsaa 2013, Oromiyaa   2.3.    Siyaasaan gartummaa jireenya diinaa dheeressa   Sababii hojii QBO qindoominaan…

11 years ago

Kutaa 2ffaa: Siyaasa gantummaa fi gartummaa to`achuun tokkummaa moraa qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) dhugoomsa

  Zakaariyaas Mulataa fi Malkamuu Jaatee Caamsaa 2013, Oromiyaa     2.  Sochilee QBO takaluu kessatti qooda siyaasa gartummaa  …

11 years ago

Tokkummaan Oromummaa kan bilisummaa dhaaf ijaaramu, tokkummaa sobaa ta’uu hin danda’u

    Abdii Boruutiin     Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBO) akka galii hin geenye gufuu itti ta'uu dhaaf; yoo danda'ame…

11 years ago

Walabummaa dura fi walabummaa booda

    Abdii Boruutiin Jaarmayoonni bilisa baasaan keenya maal jedhu?  Kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) ilaalchisee yeroo ammaa intarneeta irratti…

11 years ago

Walittibaqinsa, Tokkummaa, Tumsa (Waa Taa Taa) – kutaa lammaffaa

  Abdii Boruutiin Kutaa lammaffaa:  Gayeen ULFO sarana maali? Egereen isaa hoo?  Mata duree Waa Taa Taa kana jalatti kutaa duraa…

11 years ago