Haalli dhiheenya kana Oromiyaa keessatti deemaa jiru onnee ummataa keessatti abdii bilisummaa tan Wayyaanee keessatti naasuu guddoo uumee jira. fincilli diddaa gabrummaa tiif kaabaa-kibbaan, …
Read More »GOLA SEENAA KEESSAA …..
Namoota seenaa Uummata Oromoo keessatti seenaa dalaganii darban kaasanii mariyachuun bu’aansaa waa hedduudha… Har’aaf ….. SEENAA GABAABAA SHAALAQAA GARBII BULTOO…qabadhee dhiyaadheera…kaanis irrumaa jalaan itti fufu… …
Read More »Kitaabni ‘Qabsaawaa Seenaan Dagate’ dhihotti magaalaarra ooluufi
Kitaabni ifaajee waggoota dheeraa nagaafate, ‘Qabsaawaa Seenaan Dagate’ mata-duree jedhu jalatti maxxanfamee, Hagayya (August) 1, bara 2015, Minnesotaa, Magaalaalee Lakkuu keesssatti eebbifamee harka dubbiftoota seenuuf …
Read More »Seenaa darbe irraa maal baratne? Keessaa iyyuu kan MQBO. Keessatti Oromoo mudate
Imala qabsoo bilisummaaf godhamu keessatti bu’aa fi ba’ii hedduutu nama mudata .kana jechuun galii tokko yoo qabatan illee adeemsa ykn tobtaa irratti wal dhabuu …
Read More »Jen. Huseen Bunee Daraaraa (1906-2009)
Ferhan Abdulselam Abbaa isaa obbo Daraaraa Godaanaa fi haadha isaa aadde Hawwaa Badhaasoo irraa bara 1906 Kibba Oromiyaatti, Baale keessaa naannoo Sawweena jedhamtutti dhalate. …
Read More »Seenaa gabaabaa Sooreessa Jaal Jaarraa Abbaa Gadaa
OROMOO KARRAYYUU KEESSAA WAA AS NUTTI BA’E!!!
Dr.Jamaal Abbaa Garoo: “Gadaa.com is a fascist website”
Qabxii doktortichaa… 1. J/Jaarraa Abbaa Gadaa kan itti duulee balleesse joolluma harageeti malee nama biraamiti. 2. Siyaasaa fii amatii walitti makuun shurbaa bushaaf dhuguun hin …
Read More »MANDAROOTA FI MAGAALAAWWAN OROMIYAA – OROMIAN TOWNS AND CITIES: Kutaa Duraa
Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti waa isiniif dhiyeessaa, mee na …
Read More »