skaraa

Walgahiin yaadannoo guyyaa WBO fi ayyaana bara haarya 2015 magaalaa Skara Swedinitti  Konyaa Ayyaantuu Dagaan qophooyte  Amajjii 3, 2015 gaggeefamte.

Tartiiba sagantaa qophii tanaa hordafuun  J/Ibsaa Caffee barreessaan KHR walgahii akka banuuf D/T KHR Konyaa J/Abdalla Abdi  gara waltajjiitti afeere.…

9 years ago