waraana

Haleellaan godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti akkaan hammate jedhu

Godina Horroo Guduruu aanaa Amuruutti, haleellaan hidhatoota faannootiin raawwatamu tibbana akkaan hammaachuufi lubbuun namoota nagaa darbaa jiraachuun himame. Qaamoleen nageenyaa…

10 months ago

Mootummaan waraana isaa magaalaa Qobboo keessaa baase

Mootummaan waraana isaa magaalaa Qobboo keessaa baase

2 years ago

Raayyaa Ittisaa: Daangaa Suudaaniin nu jalaa qabame deeffachuuf dandeeytii gayaa qabna jedha

Raayyaan Ittisa Biyyaa daangaa humna waraanaa Sudaaniin qabame bilisa gochuuf gahuumsa qabaachuufi qophii barbaachisu hunda taasisuu beeksiseera. Ministeerri Raayyaa Ittisa…

2 years ago

Waraanni Bilisummaa Oromoo Zoonii Kibba Bahaatti humnoota mootummaarratti injifannoo gonfachuu beeksise.

WBOn humnoonni mootummaa hedduunis bakkeewwan garaagaraatti fedhiin isatti makamaa jiraachuu himeeti jira. WBOn akka jedhetti,  Cibraan Madda Walaabuu Buttaan Jeneraal…

2 years ago

Haala Baqattoota Oromoo Yaman yeroo ammaa

Halleellaan Xayyaarri biyyi Sa'udi Ti fi kanneen biroo Dabalate Magaaloota Yaman mara Rukutaa jiru eega jalqabe Guyyaa 13 gaheera, kanumaan…

9 years ago

Kaayyoo qabsaa’otni wareegamaniif galiin gahuun dirqama Sabboontota Oromoo hundaa ti

    Abdii Boruutiin   Amajjii 1, guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) akkasumas Ebla 15, guyyaa Gootota Oromoo jennee yoo…

11 years ago