yaada

Yaada “Suphaa Impaayeraa” Akka Eeboo Darbatame

Jiduu kana haasaya Obbo Jawar Mohammed TV Ubuuntu Fi OMN waliin taasiseefi Imala galateeffannaa gochaa jirun waliin walqabatee ololli fi…

2 years ago

Rakkoo ilmi namaa uume ilmuma namaatu fala itti kenna

Gufuu qabsoo bilisummaa Oromootti baayyachaa jiruuf falli tokkichi, Oromoo fi Oromoon hojii manaa keenya sirnaan dalaguun, kan beellama itti qabannu…

9 years ago

Nafxanyoota moofaas ta’ee haaraa wajjin hojjennee bilisummaa arganna jechuun garaagarummaa hin qabu, bu’aas hin fidu

Abdii Boruutiin Gara ogummaatiin yoo ilaalame, ani barumsa siyaasaa fi seenaa qabaachuu baadhullee, akkan adeemsa siyaasaa keessatti hubadhutti garuu, galii…

9 years ago

Yaadannoo gabaabaa xiinxala Obbo Jawhar Mohamad ilaalchisee:

Obbo Jawar Mohamad gaafiif deebii ‘Oromia media network’ (OMN) sagantaa afaan amariiffaatiin taasisee ergan dhaggeeffadhee booda yaadawwan deddeebi’anii gara sammuu…

10 years ago

Oromoon seera bultaa waliin qaba, waliifiis kaba…

Haajii Biiftuu Fayyisoo   Gaafiif deebisaa Obboo Haaji Biiftuu Fayyisoo Galma Waaqeeyfannaatiin...

11 years ago

Hooggannii QBO akka ofii yaadutti kan biraas akka yaadu tolchuu otoo hin taane, kan ofii yaadu namni biraas akka gabbisuu danda’u of amansiisuu qaba.

Qabsoon yeroo hunda gabbachaa fi danboobaa deemuu qaba. kana gochuuf garuu hooggana jijjiramaa fi hooromsa qabsootti amanu horachuun murteessaa dha.…

11 years ago

Xalayaa Oromummaa: Qabsaa’ota Oromoo maraaf

Abdii Boruutiin Duraan dursee, nagaan Obbolummaa, Oromummaa fi Sabboonummaa bakka jirtan maratti isin haa gayu. Uummatni keenya uummatni Oromoo erga…

11 years ago