Oduu Haaraya

TV Oromo; Hiriira diddaa farra wayyaanee magaalaa muummittii biyya Noorwey Oslotti tahe laalchisee ..

Gabaasaa Hiriira kana TVOROtiin

 

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …

7 comments

  1. Harkafuun oromoo walgahii oslo keessatti godhamme guyyaa gootata kabajamuusa beekamadha, hatu malee ani gummachuu guyya sana gadda guddaa natti agahame ture.Kunis alabaa ABO DHIIGAN kulaame suurraa itti kahun ammama akka nama gadisiisu seenaaf dhiisa. Maqaan ABO guddichii sun amaam salphacha dhufun guyya sana dharge.ALABA ADDA BILSUMMAA OROMOO.SUURA CASE YKN dhimma tau isa heddu gadde jira. TV OROMO OSlo yeroo dabrsitan keessa dhibbaba kan achii isniif gaarii hn tahu.nagati

  2. Duraan dusee qophesitoota TV ORO galatoomaa Haala kanaan nuuf dhiheessu kessaniif Iffineshi Qanno arguu kootif heddun gammade jabaadhaa haaluma kanaan itti fufaa qabsoo galamaan gahaa Oromiyaan ni bilisoomti !!!

  3. obboo zalalam atii fira gaarii qabdaa shanee keysaa kan qabsaayaa tatee wani qabsoo nuttii himtuu, let me hold my temper for the seek of humanity

  4. Mee warri kora guddaa, xiqqaa, guyyaa WBO,GOOTOTA jedhan akka jecha nama olitti xibaaruutti homaa hin goone waggaa 20f jedha, inniwoo maal godhe? innumti moo maaliif maqaa isaa dhoksate? namittii fi warrii bilisummaa.com hundi kessan kijibdoota,

  5. ilmaan Oromoo hojii boonsaa dalagdan. Jabaadhaa jajjabaadhaa!

  6. GAARII DHA ITTI FUFA.

  7. kabbadaa malkaamuu

    jabaadha isinumaan boonna
    qophiiin keessan gaariidha ittifufaa