Oduu Haaraya

TVORO: Yaadannoo guyyaa gootota Oromo (Oslo )

Kora xiqqaa ! kora guddaa, Koronguuddaa, Koonyaa WBO ! guyyaa WBO ! guyyaa goototaa ! for 20+ years !

 

Qabsoon sirbuma taatee ? waggaa dhufaa darbaa dhiichisuu ! farda hawwii gulufsiisuun yoom dhaabbataa ? when do you ever wake up from this madness ? when do you contribute to QBO in a meaningful way ? dancing does not advance our cause ! does nothing for the Oromo, all you are doing is support the Asmara prisoners ! is that what you want to do life time ? they are sentenced to life in Asmara prison !

Check Also

aayyaa fii okkaash

Bobbahee galuun rakkoo taatee, dalagadhee jiraachuu na dhorkitee…

https://www.facebook.com/amrula.tahiro/videos/2389086314473603/?t=75

2 comments

  1. hedduu bareedaadha

  2. Egaaa aka ilaalcha jara kanaatti anis baqaattuun dirre lolaa argitee hinbeekne kun kaayyyo oromootin yon asyluma americati argadhe gaafan due’e “goota” ta’uu kooti. anaan goota jechuun moo gootota arrabsuu dha.safuu!
    Lakki afaan oromootiin “goota” jechuun waan biraati: goota jechuun nama dirre lolaatti miilaan agamee lolee ykn lolchiisee diina isaa fi diina aba isaa barbadeesse ykn otoo loluu wareegame qofa dha. Gootnii naman ani jaaladhu qofa ta’uu irra hinjru. Goototan ani maqaa isaani beeku kessaa Abdissaa Aagaa, Elemoo Qilxuu, Meles Zenawi, Waaqoo Gutu, Jarraa Abbaa Gadaa, keessati argamu. meeshaa lolaa qabatanii dirree lolaati meeshaa san diina kennun gootummaa miti. akasumas asmara ta,anii nama abaarruun gootummaa miti.