Oduu Haaraya

VOA G/D jiraataa Mayyuu Mulluqqee wajjiin haala yeroo ammaa achiti deemaa jiru irraatti taasise

Balaan duguuginsa shanyii wayyaaneen oromoota baha oromiyaa ona Anniyyaa Mayyuu Mulluqqee fii Qumbii irrati raawachaa jirtu itti fufee jira. Linkii armaan gadii kana dhageefadhaa. Gara marsaa keessani maxxansaa.

 

Check Also

loogii ethio telecom

Dhaabbanni Itiyoo-telekoom olaantummaa dhalattoota saba tokkoo qofaan kan dhuunftameedha

Ragaan sanadaa loogummaa fi olaantummaa dhalattoota saba tokkootiin dhuunfatamuu Itiyoo-telekoom saaxilu OMN harka seenuu itti …